Skuusaa kaa'i

Galmee gabatee kuusaa deetaa ammee kaa'a. Sajoo Galmee kaa'i jedhu Kabala gabatee deetaairratti argama.

Sajoo

Olkaa'i

Jijjiirraan galmee qabeentotaaf kan kaa'amu akkuma galmee biraa filatteeni. Jijjiirraa osoo galmee biraa hin filannee kaa'uf, sajoo Galmee Kaa'i jedhu cuqaasi.