Korkoddii jijjiiri
Dirqaalee korkoddii gidduutti jijjiirruuf si dandeessisa. Sajoon Jijjiirraa Korkoddii yommuu wantaan kan akka saxaatoo ykn dirree too'annoo or frame filamani dha.
Odeeffannoo dabalataa waa'ee korkodeesuu kutaa gargaarsaa Korkodeessuu keessaa argatta.