Akkaataa Sararaa

Kamshaa Akkaataa Sarara banuuf sajoo kana, iddoo akkaataa sarara handaaraa fooyyessuu dandeessutti cuqaasi.

Handaarri kun handaara goodayyaa, saxatoo ykn gabatee. Sajoon Akkaataa sararaa kan mul'atu yoo saxatoo, gabatee, taattoo ykn goodayyaa wantaa filame qofa.

Sajoo

Akkaataa Sararaa

Odeeffannoo dabalataaf, kutaaHandaarota Gargaarsaa ilaali.