Masakoota Banaa/Cufaa

Weyta too'annoo haaraa saagnu akka masaka ofumaan eegalluu fi oollu ifteessa. Qindoominni kun galmeewwan maraaf hundataan fayyada.

Ajaja kana bira gahuuf...

Kamshaa Unka Too'atamtootaa banitii

Sajoo cuqaasi

Maskoota Bani/Cufi


Masakoota sanduuqa tarree ykn makaa,maalimaa gabatee fi sanduuqota garee saaguf jiran.