Haalata Saxatoon Bani

Unkaawwan Haalata Wixinee keessaa bana kanaafuu unkaan gulaalamuu danda'a.

Too'annoowwan unkaa kakaauu hin dandeessu ykn qabeentoota kuusaawwan kuusaa deetaa haalata wixinee keessaa gulaala. Haa ta'u malee, qubannoo fi hammamtaa too'annoowwanii jijjiiruu dandeenya, amaloota biroo gulaali, akkasumas too'annoowwan haalata wixinee keessaa dabaluu ykn haquu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Unka Naanneessaa bani - unka bani - Baafata halqaraa bani - akka saxaxa halataati bani

Kabala Unka Saxaxaa bani,

Sajoo cuqaasi

Akka Saxaxa Halataati bani


Eega unkaa kee gulaaluu xumurtee booda, "Unkaawwan" Unkaa Naannessaa keessatti mirga cuqaasi akkasumas Haalata Wixinee keessatti banijedhu hinfilin. Weyta xumurte unkaa kee olkaa'i.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo galmeen unkaa barreessuu dhorkamte, ajajni Haalata Wixinee keessatti banijedhu ni irraanfatama.