Masakaa Sanduuqa Taree: Geessituu Dirree

Gatiiwwan dirreewwan gabateewwanii kamii fi gabateewwan tarree koronyatuu agarsiisa.

The value table is the table of the current form where the list field is inserted. The list table is the table whose data is to be shown in the list field. Both tables must be linked over a mutual data field. These links are to be entered on this page of the wizard. The field names must not necessarily be the same (this depends upon how the field names are defined in both tables), but both fields must have the same field type.

Ajaja kana bira gahuuf...

Kamshaa Unkaa Too'atamtootaa bani sajoo Sanduuqa Tarree cuqaasitti dirree burqisiisuuf immoo hantuuttee harkisii Walindhaan kuussaa deetaa Unka keessatti: Masaka - Fuula 3 argamuu qaba.


Gatii gabatee dirree

Dirree deetaa unkaa ammee kan dirree gabatee koronyatee keessatti firoomuu qaban ifteessa. Dabalataan, dirree deetaa dirree tarree asiin gadii keessatti hawwite cuqaasi.

Amaloota - Too'annookeessatti, dirreen murtaa'e akka galfata fuula cancala Deetaakeessaa Dirree deetaajalatti argaman.

Dirree gabatee tarree

Dirree gabatee deetaa koronyate, kan dirree gatii gabatee murtaa'a wajjiin firooma qaban ifteessa. Dabalataan, dirree deetaa dirree tarree gadaanaa keessaa cuqaasi.

Amaloota - Too'annookeessatti, dirreen ibsame fuula cancala Deetaa hima SQL Qabeentoota Tarreejalatti argaman keessatti.