Masakaa Sanduuqa Makaa/Tarree: Filannoo Dirree

Dirree deetaa gabatee fuula duraani keessatti ibsame irraa fili, qabeentoota sanduuqa makaa ykn tarree keessatti mul'atuu qaban.

Ajaja kana bira gahuuf...

Kamshaa Unkaa Too'atamtootaa bani sajoo Sanduuqa Makaacuqaasi yookin Sanduuqa Tarree cuqaasitti dirree burqisiisuuf immoo hantuuttee harkisii Walindhaan Kuussaa deetaa Unka keessatti: Masaka - Fuula 2 argamuu qaba.


Dirreewwan Argaman

Dirreewwan gabatee mara fuula masaka duraanii irraa filaman mul'isa.

Dirree Agarsiisa

Dirree deetaan isaa sanduuqota makaa ykn tarree keessatti mul'atu ifteessa.

Maqaan dirree asitti kenname Amaloota too'annoo keessatti akka maalimaa hima SQL dirreeQabeentoota Tarree keessatti argama.