Masaka Maalima Gabatee

Yoo too'annoo gabatee galmee keessatti saagne, Table Element Wizard starts automatically. In this wizard, you can interactively specify which information is displayed in the table control.

Ajaja kana bira gahuuf...

Kabala Unka Too'atamtootaa bani sajoo Too'atamoota Dabala cuqaasi,sajoo Gabatee Too'annoo cuqaasi, dirree burqisiisuuf immoo hantuuttee harkisii.


Sajoo Yaaddannoo

Sajoo Masaka Banaa/Dhaamaa icon to keep the wizard from starting automatically.


Gabatee Maalimaa / Sanduuqa Tarree / Masakaa Sanduuqa makaa: Deetaa

Select the data source and table to which the form field corresponds. If you insert the form field in a document that is already linked to a data source, this page becomes invisible.

Masakaa Gabatee Maalimaa: Filannoo Dirree

Dirreewwan kamtu akka dirree gabatee too'annoo keessaatti argamuu qaban ifteessi.

Dhiisi

Dhiisi cuqaasuun jijjiirama wrramee tokkolee osso olhinkaaiin qaaqa cufa.

Duuba

Filannoowwan qaaqa keessatti ejattoo duraa irratti uumaman mul'isi. Qabduun kun fuula lama irraa qofa kakkaafamuu danda'a.

Itti aanee

Qabduu itti aanee cuqaaasi, akkasumas masakichi haalataalee qaaqa ammee fayyadama sana booda gara eejjatoo itti aanutti fufa. Yoo eejattoo xumuraa irra jiraatte, qabduun kun Uumi ta'a.