Deetaa

Cancalli fuula Deetaa kan ibsu amaloota unkaa gara kuusaa deetaa unkaatti koronyate agarsiisa.

Madda deetaa unkaan irratti hundaa'e ibsa, ykn akka deetaa dhimmamaan gulaalame ifteessa. Dalagaawwan fooyi fi gingilchaa irraa ka'uun, amaloota citaunkaauumuf barbaachisan mara barbaaduu dandeenya.

Ajaja kana bira gahuuf...

Baafata halqaraa gooddayyaa filatamee bani - Unka - Deetaa cuqaasi

Kamshaa Unka Too'atannootaa yookin Unka saxaxa bani,Cancala sajoo Unka - Deetaa fili


Ajaja SQL xinxali

Himni SQL LibreOffice xinxalamuu fi dhabuu isaa ifteessa. Yoo gara "Eeyyee" qindaa'e, qabduu ... sanduuqa tarree Qabiyyeeittaanuu cuqaasuu sandeessa. Iddoo galfata kuusaa deetaa saxatoon uumnutti kun fooddaa bana. Weyta fooddaa san cufnu, himni SQL galfata uumamee sanduuqaQabiyyee tarree keessatti sugama.

Barbadoomsa heyyami

Yoo deetaan haqama ta'e murteessi.

Deeta qofa fili

Yoo unkaan deetaa haaraa qofti dabalataan hayyamamu (Eeyyee) ykn yoo amaloota biroo akka gaaritti hayyama (miti)t ilmaama.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo Deetaa qofa dabali gara "Eeyye" qindaa'e, deetaa jijjiirun ykn haquun hin danda'amu.


Dirreewwan gabraa koronyeessi

If you create a subform, enter the variable where possible values from the parent form field can be stored. If a subform is based on a query, enter the variable that you defined in the query. If you create a form using an SQL statement entered in the Data source field, enter the variable you used in the statement. You can choose any variable name. If you want to enter multiple values, press Shift + Enter.

If, for example, you specified the Customer_ID database field as a parent field under Link master fields, then you can define under Link slave fields the name of the variable in which the values of the Customer_ID database field are to be stored. If you now specify an SQL statement in the Data source box using this variable, the relevant values are displayed in the subform.

Dirreewwan hundataa geessi

Yoo unkaa xiqqaauumte, dirree deetaa unkaa haadhoo walsimata haadhoo fi unkaa xiqqaa gidduu gaafatamaa godhu galcha. Gatiiwwan baay'ee galchuuf, naqa sararaa tokko booda Jijjiirraa + Galchi dhiibi.

The subform is based on an SQL query; more specifically, on a Parameter Query. If a field name is entered in the Link master fields box, the data contained in that field in the main form is read to a variable that you must enter in Link slave fields. In an appropriate SQL statement, this variable is compared to the table data that the subform refers to. Alternatively, you can enter the column name in the Link master fields box.

Fakkeenya asiin gadii hubadhu

The database table on which the form is based is, for example, a customer database ("Customer"), where every customer has been given a unique number in a data field named "Cust_ID". A customer's orders are maintained in another database table. You now want to see each customer's orders after entering them into the form. In order to do this you should create a subform. Under Link master fields enter the data field from the customer database which clearly identifies the customer, that is, Cust_ID. Under Link slave fields enter the name of a variable which is to accept the data of the field Cust_ID, for example, x.

The subform should show the appropriate data from the orders table ("Orders") for each customer ID (Customer_ID -> x). This is only possible if each order is uniquely assigned to one customer in the orders table. Alternatively, you can use another field called Customer_ID; however, to make sure that this field is not confused with the same field from the main form, the field is called Customer_Number.

Now compare the Customer_Number in the "Orders" table with the Customer_ID from the "Customers" table, which can be done, for example, using the x variable with the following SQL statement:

SELECT * FROM Orders WHERE Customer_Number =: x (if you want the subform to show all data from the orders table)

ykn

SELECT Item FROM Orders WHERE Customer_Number =: x (if you want the subform from the orders table to show only the data contained in the "Item" field)

Himni SQL dirree Madda Deetaa keessa saagama, ykn arfii gaafataa mijataa, kan cita unka uumu uumuu ni dandeessa.

Fooyi

Specifies the conditions to sort the data in the form. The specification of the sorting conditions follows SQL rules without the use of the ORDER BY clause. For example, if you want all records of a database to be sorted in one field in an ascending order and in another field in a descending order, enter Forename ASC, Name DESC (presuming Forename and Name are the names of the data fields).

Sajoo kabalaUnkaa Naannawiinsa irraa walsiman haalata Dhimmamaa keessatti fooyuf gargaaran: Olfooyinsa, gadifooyinsa, Fooyuu.

Fuula Ammee

Yoo deetaan dabalama ta'e murteessi.

Gingilchaa

Haalota deetaa unkaa keessaa gingilchuuf barbaachisan galcha. Ibsamoonni gingilchaa seerota SQL hordofan gaalee IDDOO osoo hin fayyadamin. Fakkeenyaa, if you want to display all records with the "Mike" forename, type into the data field: Forename = 'Mike'. You can also combine conditions: Forename = 'Mike' OR Forename = 'Peter'. All records matching either of these two conditions will be displayed.

The filter function is available in user mode through the AutoFilter and Default Filter icons on the Form Navigation Bar.

Gosa qabiyyee

Maddi deetaa akka gabatee ykn galfata kuusaa deetaa jiraataa turan ta'ee fi ta'uu baate, ykn yoo unkaan hima SQL irratti hundaa'e oomishame ibsa.

Yoo "Gabatee" ykn "Galfata" filatte, unkaan gabatee ykn galfata Qabiyyee jalatti ifteessite agarsiisa. Yoo galfata haaraa ykn citaunkaa uumuu barbaadde, filannoo "SQL" filuu qabda. Hima galfata SQL ykn citaunkaa sududaan sanduuqa Qabiyyee tarree keessaa amaloota too'annoo fuula cancala deetaa irraa galchuu dandeessa.

Haaromsa Heyyami

Yoo deetaan fooyyaa'a ta'e murteessi.

Kabal naannawiinsa

Dalagaawwan naannawinsaa kabala unkaa xiqqaa keessaa fayyadaman ifteessa.

Filannoo "Unkaa Haadhoo" citaunkaawwan fayyada. Yoo filannoo kana citaunkaatif filte, kuusawwan unkaa guddaa fayyadamuun yoo qareen citaunkaa keessa qabate naannessu dandeessa. Citniunkaa gara unkaa haadhoo hariiroo 1:1 koronyate, so naannawinsaa yeroo mara kan hojjatamu unkaa haadhoo keessatti.

Madda deetaa

Madda deetaa unkaa agarsiisuu qabu ibsa. Yoo qabduu ... cuqaaste, qaaqa Banaa waamuu dandeessa, iddoo maddaa deetaa filuu dandeessutti.

Maroo

Akkamitti naannawiinsi furtuu cancalee fayyadamuun hojjatamu qaban tilmaama. Furtuu cancalaa fayyadamuun, unkaa keessa gara fuulduraa siiqsuu dandeenya. Yoo furtuu jijjiirraa walduraa duubaan dhiibaman, naannawinsi kallatti faallaa hordofa. Yoo dirree dhumaa(ykn jalqabaa) dhaqqabdee fi furtuu cancala deebitee dhiibde, galteewwan garagaraa qabaachuu danda'a. Furtuu too'annoo filannoowwan asiin gadii:

Filannoo

Hiikaa

Durtii

This setting automatically defines a cycle which follows an existing database link: If the form contains a database link, the Tab key will, by default, initiate a change to the next or previous record on exit from the last field (see All Records). If there is no database link the next/previous form is shown (see Current Page).

Kuusaawwan mara

Filannoon kun unkaalee kuusaa deetaa qofaaf fayyada akkasumas kuusaawwan mara keessa naanna'uuf gargaara. Yoo furtuu cancalaa dirree xumura unkaarraa dhaamsuf fayyadamte, galmee ammeen ni jijjiirama.

Kuusaa ka'aa

Filannoon kun unkaawwan kuusaa deetaa qofaaf fayyada, akkasumas galmee ammee keessatti naannessuuf fayyada. Yoo furtuu cancalaa dirree xumura unkaarraa dhaamsuf fayyadamte, galmee ammeen ni jijjiirama.

Fuula ammee

Unkaa dirree xumuraa dhaamsuf, qareen gara dirree jalqaba unkaa ittaanu keessatti utaaluf. Kun baratamoo unkaawwan HTMLThis is standard for HTML forms; therefore, this option is especially relevant for HTML forms.


Qabiyyee

Qabiyyee unkaaf fayyaduu danda'an tilmaama. Qabiyyeen gabatee ykn galfata (durtumaan kuusaa deetaa keessatti uumaman) argaman ta'uu danda'u, ykn hima SQL iin ibsamuu danda'u. Qabiyyee galchuun dura qabdu gosa sirrii Gosa qabiyyeekeessaa ibsuu dandeessa.

Yoo takkaa "Gabatee" ykn "Galfata" Gosa qabiyyee keessaa filatte, sanduuqni gabateewwan mara tarreessa akkasumas galfawwan kuusaa deetaa keessatti filataman qindeessa.

Ctni unkaa maali?

Forms are created based on a database table or database query. They display the data in a visually pleasant fashion and can be used to enter data or edit data.

If you require a form that can refer to the data in a table or query and can additionally display data from another table, you should create a subform. For example, this subform can be a text box that displays the data of another database table.

A subform is an additional component of the main form. The main form can be called the "parent form" or "master". Subforms are needed as soon as you want to access more than one table from a form. Each additional table requires its own subform.

After creating a form, it can be changed into a subform. To do this, enter Design Mode, and open the Form Navigator. In the Form Navigator, drag a form (that will become a subform) onto any other form (that will become a master).

The user of your document will not see that a form has subforms. The user only sees a document in which data is entered or where existing data is displayed.

Specify the Link master field from the data fields in the master form. In the subform, the Link slave field can be set as a field which will be matched to the contents of the Link master field.

When the user navigates through the data, the form always displays the current data record. If there are subforms defined, the contents of the subforms will be displayed after a short delay of approximate 200 ms. This delay enables you to quickly browse through the data records of the master form. If you navigate to the next master data record within the delay limit, the subform data need not be retrieved and displayed.