Taatewwanii

Fuula cancala Taatewwanii , maakiroo taatewwan muraasa unkaa keessatti argamanitti ramaduu dandeessisa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Baafata halqaraa maalimaa bifa filatamee bani - cancalaUnka - Mudatoota fili

Kamshaa Unka Too'atamtootaa yookin Unkaa Saxaxa bani, Cancala Unkasajoo - Mudatoota fili


Taatee maakiroo waliin koronyeessuf, jalqaba maakiroo ajajoota weyta taateen uumaman hojirra oolan mara qaban barreessi. Kana booda maakiroo kana gara taatee firoomtuu qabduu ... karaa taatee walgitaniitin cuqaasun ramadi. Qaaqa Maakiroo Ramadi jedhu bana, iddoo maakiroo filuu dandeenyutti.

Gochoonni asiin gadii kun tokkoon tokkoon ijaarame, jechuun isaa qaaqota keetitti fayyadamuu gocha depict godhuu dandeessa.

  1. Ergaa dogoggoraa agarsiisa

  1. Adeemsa haquu dhugoomsuu (kuusaalee deetaatiif),

  1. Ulaagaalee gaafataa

  1. Weyta kuusaa deetaa olkeessu naqa mirkaneessi

Fakkeenyaaf, fedhii "haqa dhugoomsuu" kan akka "Dhugumatti dhimmamaa XYZ haqxaa?" weyta kuusaa deetaa haqnu dhimmamuu dandeenya.

Sajoo Yaaddannoo

Mudatootni qaaqa Mudatootaa keessatti agarsiisaman kallattiin gulaalamuu hin danda'an. Furtuu Del dhiibuun mudata tarree keessaa haquu dandeessa.


Tarreewwanii fi ibsamoonni asiin gadii kun taateewwan unkaa keessatti argaman hunda gara maakirookoronyeessa.

Deebi'ee fe'amuu Dura

TaateenDeebi'ee fe'amuu dura argaman unkaan deebi'ee fe'amuu dura. Qabiyyeen deetaa hanga ammattti hin haaromfamne.

Dogoggorri argame

Taateen Dogoggorra argame kaka'aa ta'a yoo weyta madda deetaa fayyadamnu dogoggorri argame. kun unkaawwan, sanduuqota tarree fi sanduuqota makaa fayyadama.

Gocha kuusaa booda

Taateen Gocha kuusaa boodaa argaman kuusaa ammeen sududaan jijjiirame booda.

Gocha kuusaa dura

Taateen Gocha kuusaa dura argaman kuusaa ammeen jijjiiramne dura. Fakkeenyaaf, maakiroon koronyate dhugoomina qaaqa keessaa eeguu danda'a.

Haaromsa dura

Taateen haaromsa dura kan argamu qabiyyeen too'annoo kan jijjiiraman gara madda deetaa dhimmamaan barreeffaman dura. Maakiroon koronyate kan danda'u, fakkeenyaa, gocha "SOBA" deebisu kana ittisuu.

Eega haaromfamee

Taateen haaromsa dura kan argamu qabiyyeen too'annoo kan jijjiiraman gara madda deetaa dhimmamaan barreeffaman dura

Durtii haaromsaaf

Taateen Durtii haaromsaaf argaman unkaan haaromfamne dura. Maakiroon koronyate kan danda'u, fakkeenyaa, gocha "SOBA" deebisu kana ittisuu.

Unkaan ni haaromfama yoo amaloonni asiin gadii tokko guutame:

  1. Dhimmamaan qabduu (HTML) akka qabduu haaromsa ibsame dhiiba.

  2. Kuusaa haaraa fi duwwaan unkaa gara kuusaa deetaatti koronyate keessatti uumame. Fakkeenyaa, kuusaa dhumaa keessatti, qabduuKuusaa ittaanaa dhiibamuu danda'u.

Haaroomfama booda

Taateen Haaroomfama booda kan argaman eega unkaan haaromfamee booda.

Haqiinsa dhugoomsuu

Taateen Haqiinsa dhugoomsuu argaman akkuma deetaan unkaarraa haqameen. Fakkeenyaaf, maakiroon koronyate dhugoomina qaaqa keessaa eeguu danda'a.

Jijjiirraa kuusaa booda

Taateen Jijjiirraa kuusaa boodaargaman eega qareen kuusaa ammee sududaan jijjiramanii booda.

Osoo hinfe'amin

Taateen Osoo hinfe'amin argaman unkaan osoo hinfe'amin booda ; sunis, madda deetaa isaa irraa adda ba'a.

Osoo hinfe'amin dura

Taateen Osoo hinfe'amin dura argaman osoo unkaan hinfe'amin dura; sunis, madda deetaa isaa irraa adda ba'a.

Weyta fe'amu

Taateen Weyta fe'amu argaman eega unkaan sududaan fe'amee booda.

Yeroo deebi'ee fe'amu

Taateen Weyta deebi'ee fe'amu argaman unkaan sududaan deebi'ee fe'ame booda. Qabiyyeen deetaa duruu haaromfame.

dabarfamuun dura

Taateen Dabarfamuun dura kan argaman unkaan deetaa ergamuun dura.

jijjiirraa kuusaa dura

Taateen Jijjiiraa kuusaa dura argaman qareen kuusaa ammee jijjiiramin dura. Fakkeenyaa, maakiroon koronyate gocha kana "SOBA" deebisuun ittisuu danda'a.

ulaagaalee guuti

Taateen Ulaagaalee guutuu argamanweyta unkaan fe'amuu deemu ulaagaalee guutamuu qaban. Fakkeenyaa, madda deetaa unkaa ajaja SQL asiin gadii ta'a:

IDDOO maqaa=:maqaa IRRAA * FILI

Asitti :maqaan ulaagaa weyta fe'amu guutamuu qabudha. Ulaagaan ofumaan unkaa maatii irraa guutama yoo danda'ame. Yoo ulaagaan kan hin guutamne ta'e, taateen kun ni waamama akkasumas maakiroon koronyate ulaagaa guutuu danda'a.