Taatewwan

Fuula cancala Taatewwan irratti maakiroo gara taatewwan dirree too'annoo unkaawwanii keessatti argamanitti geessisuu dandeessa.

When the event occurs, the linked macro will be called. To assign a macro to an event, press the ... button. The Assign Action dialog opens.

Ajaja kana bira gahuuf...

Baafata halqaraa maalimaa bifa filatamee bani,- Cancala Too'annoo - Mudatoota fili

Kamshaa Unka Too'atannootaa yookin Unka saxaxa bani, Cancala sajoo Too'annoo - Mudatoota fili


Too'annoo irratti hundaa'ee,taatewwan gara garaa ni argamu. Taatewwan too'annoo filamee fi halqara fuula cancala Taatewwan irratti tarreeffaman qofa. Taatewwan asiin gadii ibsaman:

Jalqabuun dura

Taaten kun osoo gochi cuqaasa too'annootin kaka'in dura iddoo qabata. Fakkeenyaaf, qabduu "dabarsi" cuqaasun gocha ergiinsaa kakaasa; haa ta'uu malee, adeemsi "erguu" dhugaa kan eegalu weyta taateenYeroo kaka'umsaa argame qofa. Taateen Eegaliinsa duraa adeemsa ajjeessuu ni hayyama. Yoo tooftaan koronyate SOBA duubatti erge, Weyta kaka'umsaa hin hojjatamu.

Yeroo jalqabu

The yeroo jalqabu weyta gochi jalqabu taateen ni mul'atu. Fakkeenyaaf, yoo qabduu "submit" jedhu unkaa kee irraa qabaatte, Ademsi erguu gocha kaka'umsaa bakka bu'a.

jijjiirame

kan Jijjiirame taateen iddoo kan qabatu weyta too'annoon xiyyeeffannoo dhabe fi too'annoon too'annoo kan jijjiiramu yeroo xiyyeeffannoo dhabedha.

Barruu fooyyeffame

The Barruu fooyyeffame taateen iddoo kan qabatu yoo barruu dirree naqatti galchite ykn fooyyessite.

Haalojii maalimaa jijjiirame

The Item status changed event takes place if the status of the control field has changed.

Weyta xiyyeeffannoo fudhatu

Taateen Weyta xiyyeeffannoo fudhatu kan iddoo qabatu yoo dirreen too'annoo xiyyeeffannoo fudhate.

Weyta xiyyeeffannoo gatu

Taateen Weyta xiyyeeffannoo gatu kan iddoo qabatu yoo dirreen too'annoo xiyyeeffannoo gate.

Furtuu gadqabame

Taateen Furtuu dhiibame kan argamu weyta dhimmamaan furtuu kamiyyuu dhiibe hanga too'annoon xiyyeeffannoo qabutti. Taateen kun gara maakiroo galfatawwan raggaasisuuf koronyaa'uu danda'a.

furtuu gaddhiifame

Taateen Furtuu gaddhiifame kan argamu weyta dhimmamaan furtuu kamiyyuu gaddhiisu battaluma too'annoo xiyyeeffannoo qabuuni.

Keessa Hamtuutee

Taateen Hantuutee keessaa iddoo kan qabatu yoo hantuuteen dirree too'annoo keessa ta'e.

Hantuuteen ni siiqfama yeroo furtuun gadqabame

Taateen Hantuuten kan siiqsamu weyta furtuun dhiibame iddoo kan qabatu weyta hantuuten harkifame battalumaan dhiibame. Fakkeenyi weyta, yeroo harkisii dhiisi, furtuun dabalataa haalata tilmaama (siiqsi ykn garagalchi).

Hantuutee Siiqsame

Taateen Hantuutee siiqsamee kan argamu yoo hantuuten too'annoorra siiqsame.

Qabduu Hantuutee gad qabame

Taateen Qabduu hantuutee dhiibame kan argamu yoo qabduun hantuutee dhiibame qareen hantuutee battalumaan too'annoorra oola.

Sajoo Yaaddannoo

Note that this event is also used for notifying requests for a popup context menu on the control.


Qabduu Hantuutee gad dhiifame

Taateen Qabduu hantuutee gaddhiifame kan argaman yoo qabduun hantuutee gaddhiifame qareen hantuutee battalumaan too'annoorra oola.

Hantuuteen ala

Taateen Hantuutee alaa iddoo kan qabatu yoo hantuuteen dirree too'annoo keessa ta'e.

Haaromsa dura

Taateen haaromsa dura kan argamu qabiyyeen too'annoo kan jijjiiraman gara madda deetaa dhimmamaan barreeffaman dura. Maakiroon koronyate kan danda'u, fakkeenyaa, gocha "SOBA" deebisu kana ittisuu.

Eega haaromfamee

Taateen haaromsa dura kan argamu qabiyyeen too'annoo kan jijjiiraman gara madda deetaa dhimmamaan barreeffaman dura

Durtii haaromsaaf

Taateen Durtii haaromsaaf argaman unkaan haaromfamne dura. Maakiroon koronyate kan danda'u, fakkeenyaa, gocha "SOBA" deebisu kana ittisuu.

Unkaan ni haaromfama yoo amaloonni asiin gadii tokko guutame:

  1. Dhimmamaan qabduu (HTML) akka qabduu haaromsa ibsame dhiiba.

  2. Kuusaa haaraa fi duwwaan unkaa gara kuusaa deetaatti koronyate keessatti uumame. Fakkeenyaa, kuusaa dhumaa keessatti, qabduuKuusaa ittaanaa dhiibamuu danda'u.

Haaroomfama booda

Taateen Haaroomfama booda kan argaman eega unkaan haaromfamee booda.