Waliigala

Cancalli Waliigalaa kun amaloota unkaa too'annoo waliigalaa akka ibitu si dandeessisa. Amaloonni kun gosa too'annoodharratti hundaa'udhaan garagara. Amaloonni asiin gadii kun hundi too'annoowwan hundaaf hin jiraatu.

Ajaja kana bira gahuuf...

Baafata halqaraa maalimaa filatamee bani,cancala Too'annaa - Waligala fili

Kamshaa Unka Too'atannootaa yookin Unka Saxaxa bani,Cancala sajoo - Too'annoo Waligala fili


Sajoo Yaaddannoo

Yoo unkaa galmee ammee gara dhangii HTML tti alerge, gatiiwwan too'annoo durtii alergame, gatiiwwan too'annoo ammee miti.Gatiiwwan durtii tilmaamamuu kan danda'u-gosa too'annoo irratti hundaa'eti-amaloota gatii durtiitin(fakkeenyaaf, dirreewwan barruu keessaa), Haalojii durtii(sanduuqawwan makaa fi dirreewwan filannoo), akkasumas Filannoo durtii( sanduuqawwan tarreetif).


Akkaataa

Specifies whether Check boxes and Option buttons are displayed in a 3D look (default) or a flat look.

Arfiilee ugguraa

Yoo dhimmamaan ugguraa galche, arfiilee bakka arfiilee dhimmamaan barreeffamee bakka bu'u agariisu tilmaamamuu dandeessa. Arfii ugguraajalatti, lakkaddaa AKSII arfii barbaadme galcha. Gatii 0 hanga 25 fayyadamuu dandeenya.

Sajoo Qaxxee

Arfiilee fi lakkaddaawwan ASKII isaanii kan mul'atu qaaqaArfiilee Addaa (Saagi - Arfii Addaa).


Barruu durtii

Durtii barruu sanduuqa barruuf ykn makaaf qindeessi.

Barruu gargaarsaa

Filannoo galuumsa barruu gargaarsaa akka qajeelcha too'annootti mul'atan jajjabeessa. Weyta hantuuten too'annoorra siiqsame qajeelchi barruu haalata dhimmamaa mul'isa.

Gosa qabduulee URL tiif, barruun gargaarsaa akka qaccee diriiree bakka teessoo URL'ii URL jalatti galfame.

Barruu gargaarsaa

Dirree too'annoo tokkoon tokkoo keessatti odeeffannoo dabalataa ykn barruu iftaa'aa dirree too'annoof ifteessitu dandeessisa. Amalli kun saganteessaa odeeffannoo dabalataa lakkada sagantaa keessatti fayyadamnu olkaa'uf gargaara. Dirreen kun kan fayyadu, fakkeenyaaf, jijjiiramaaf ykn ulagaalee madaalinsaa birootif.

Bocquu

Dirreewwan too'annoo barruu ykn matadureewwan mul'ataa qabaniif, bocquu fayyadamuu barbaanne mul'isu fili. Qaaqa Bocquu banuuf, qabduu ... cuqaasi. Bocquun filatame maqaawwan dirreewwan too'annoo keessatti fi deetaa dirreewwan too'annoo gabatee keessaa mul'isuuf fayyada.

Ceetuu

Specifies if a Push Button behaves as a Toggle Button. If you set Toggle to "Yes", you can switch between the "selected" and "not selected" control states when you click the button or press the spacebar while the control has the focus. A button in the "selected" state appears "pressed in".

Cuqaasurratti xiyyeeffannaa fudhadhu

Yoo filannoo kana gara "Eeyyee" qindeessite, yeroo qabduu gaddhiibdu qabduu dhiibdun xiyyeeffannaa fudhata.

Dandeessise

If a control field has the property "Enabled" (Yes), the form user will be able to use the control field. If the property is disabled, it will not be enabled (No) and will be displayed in a gray color.

Dhaabduucaancale

AmalaDhaabduucaancale tilmaama yoo dirree too'annoo furtuu cancalaa wajjiin filamuu danda'a. Filannoon asiin gadii ni argama:

Miti

Weyta furtuu cancala fayyadamnu, xiyyeeffannoon too'annoo dhiisisa.

Eeyyee

Too'annoon furtuu cancalaa wajjiin filamuu danda'a.


Dhangeessuu

Dhangii lakkada too'annoof ifteessa. Dhangii lakkadaa filuuf qabduu... cuqaasi.

Dhangii Guyyaa

dirreewwan guyyaatin dhangii guyyaa dubbisuuf barbaaddu tilmaamuu dandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Dirreewwan dhangii(guyyaa, yeroo, maallaqaa, lakkoofsaa)hundinuu akkuma naqa galchiturratti hundaa'udhaan isaan dhiiftun dhangii filame keessaa ofumaan dhangi'ama.


Dhangii jabaa

You can have a format check with control fields that accept formatted contents (date, time, and so on). If the strict format function is activated (Yes), only the allowed characters are accepted. For example, in a date field, only numbers or date delimiters are accepted; all alphabet entries typed with your keyboard are ignored.

Dhangii yeroo

Dhangii yeroo mul'isuuf barbaannu ibsuu dandeessa.

Dheerina barruu olaanaa

Barruu fi Sanduuqota makaaf, Lakkoofsa arfiilee olaanaa dhimmamaan galchuu danda'u ibsa. Yoo amalli dirree too'annoo hin dhugoomne, qindoominni durtii zeeroo ta'a.

Yoo too'annoo gara kuusaa deetaa koronyatee fi dheerinni barruu dirree ibsama kuusaa deetaa irraa fudhatame, dheerina barruu as galchuu hin qabdu. Qindoominoonni kuusaa deetaa irraa qofa fudhatama yoo amalli too'annoo hin ibsamne (hima "Hin Ibsamne").

Dirree sarxaa

Madda asxaa too'annowwaniitiif ifteessuf. Barruun diree asxaa bakka maqaa dirree kuusaa deetaa fayyaduu danda'a. Fakkeenyaaf, Naannesaa Gingilchaa, qaaqaBarbaadu keessaa, akkasumas maqaa sarjaa mul'ata gabatee keessaa.

Arfii asxaa tokko akka nimoonikiitti ibsuuf, kanaafuu dhimmamaan arfii furtuu gabatee irraa gadqabuun too'annoo kana fayyadamuu danda'a, arfii dalduufa (~) fuuldura arfii asxaa keessaa galchaa.

Weyta qabduulee raadiyootti fayyadaman barruu goodayyaa garee qofatu akka dirree sarxatti fayyade. Barruun qabduuleen raadiyoo kun garee walfakkaatan hundaaf fayyada.

Yoo qabduu ... dirree barruutti aanu irra cuqaaste, qaaqa Filannoo Dirree Sarxaa ilaaluu dandeessa. Sarxaa tarreerraa fili.

Geessituu too'annoo fi dirree sarxaa ramadamee gidduu jiru haquuf sanduuqaHiriirri hinjiru jedhu mirkaneessi.

Dubbisqofa

Amalli Dubbisqofa too'annoowwan mara iddoo dhimmamaan barruu galchuu danda'u keessatti ramaduu danda'a. Yoo amala dubbisqofaa gara dirree calaqqee saxattoowwan kuusaa deetaarraa fayyadame ramadne, dhimmamaan saaxattoowwan haaraa gara kuusaa deetaa saaguu hin danda'u.

Durtii gatii mari

Gatii durtii kabala maraaf qindeessa.

Durtii haalojii

Akka filannoon ykn sanduuqni makaan durtiidhaan filatame ifteessa.

Gosa qabduu haaromsituuf, Yoo qabduun haaromsuu dhimmamaan ka'aa taate haalojii too'annoo ibsuu dandeessa.

Dirreewwan filannoo gurmaa'ef, haalojii garee qindoomina durtiin walgitan amala Haalojii Durtiitin ibsama.

Filannoo Durtii

Galfata sanduuqa tarree akka galfata durtiitti mallatteessuf.

Gosa qabduu haaromsituuf, Durtii filannoo galfata yoo qabduun haaromsuu dhimmamaan ka'aa taate haalojii too'annoo ibsuu dandeessa.

Sanduuqa tarree gatii tarree qabaniif, qabduu...banuuf qaaqaDurtii filannoocuqaasuu dandeessa.

Qaaqa Durtii filannoo keessatti, yeroo unkaa sanduuqa tarree qabu bannu galfata akka filatetti mallateessuu barbaadde fili.

Filannoo dhoksi

Specifies whether a text selection on a control remains selected when a the focus is no longer on a control. If you set Hide selection to "No", the selected text remains selected when the focus is no longer on the control that contains the text.

Filannoo hedduu

Maalima tokkoo ol sanduuqa tarree keessaa akka filattu ni heyyama.

Gad buusaa

A control field with the dropdown property has an additional arrow button which opens the list of the existing form entries per mouse click. Under Line count, you can specify how many lines (or rows) should be displayed in the dropdown state. Combination fields can have the dropdown property.

Sanduuqonni makaan akka sarjaawwanii gabatee too'annootti saagaman yeroo hunda akka durtitti gadbuufama.

Galfatawan Tarree

Maaloo tips too'annoowwan furtuu gabatee wabeessu yaadaneessi.

Galfata tarree durtii durmurtaawaan gara sanduuqa Makaa durtii filannoo tti gala.

Sajoo Yaaddannoo

Note that the list entries entered here are only incorporated into the form if, on the Data tab under List Content Type, the option "Value List" is selected.


If you do not want the list entries to be written to the database or transmitted to the recipient of the Web form, but rather assigned values that are not visible in the form, you can assign the list entries to other values in a value list. The value list is determined on the Data tab. Under Type of List Contents, select the option "Value List". Then enter the values under List Contents that are to be assigned to the corresponding visible list entries of the form. For the correct assignment, the order in the value list is relevant.

Sajoo Yaaddannoo

Galmeewwan HTML'iif, galfatni tarree cancala Waliigalaa iyyaatoo HTML iin walgitanitti <OPTION>; galfatni gatii tarree cancala Deetaa irraa Qabeentota Tarree jalaa iyyaatoo <OPTION VALUE=...> walgitu galchuu.


Gatii

Too'annoo dhokataakeessatti, Gatiijalatti, Deetaa too'annoo dhokataa irraa dhaalame galchuu dandeenya. Deetaan kun weyta unkaa eginu ni darba.

Gatii Durtii

Gatii durtii dirree too'annoof qindeessaa. Fakkeenyaaf, yeroo unkaan baname gatiin durtii ni galfama.

Gosa qabduu haaromsituuf, Galfata durtii filannoo yoo qabduun haaromsuu dhimmamaan ka'aa taate haalojii too'annoo ibsa.

Gatii dabalamiinsa/hir'ifamiinsaa

Intarvaalota too'annoo qabduu qaanxii tokko kakaasuf hir'isuu ykn dabaluu tilmaama.

Gatii gadaanaa

Dirreewwan lakkoofsaa fi maallaqaaf akka dhimmamaan gatii gadaanaa galchine ugguruuf gatii maayyii tilmaamuu dandeessa.

Gatii gadaanaa mari.

Gatii gadaanaa too'annoo kabala maraa ifteessa.

Gatii olaanaa

Dirreewwan maallaqaa fi lakkoofsaaf, gatii olaanaa dhimmamaan galchuu danda'u tilmaama danda'a.

Gatii olaanaa mari.

Gatii olaanaa too'annoo kabala maraa ifteessa.

Gingilchuu / Fooyuu

Specifies to show or hide the filtering and sorting items in a selected Navigation Bar control. Filtering and sorting items are the following: Sort ascending, Sort descending, Sort, Automatic filter, Default filter, Apply filter, Reset filter/sort.

Gocha

Qabduulee kuusaa deetaa naannawinsa wixinuuf gochaalee naannawinsatti fayyadamu dandeessa.

Gabateen asiin gadii gochaalee gara qabduu siqsa

Gocha

Ibsama

Homaa

Gochi tokkollee hin ml'atu

Unkaa dabarsi

Sends the data that is entered in other control fields of the current form to the address that is specified in Form Properties under URL.

Yeroo gara faayilii PDF alerginu URL gara amala unkaa deetaa sanduuqa barruu "URL" galchaa.

Unkaa Haaromsi

Qindoomina dirreewwan too'annoo addaa keessaa gara durtiiwwan duribsamanii haaromsuuf (Durtii Haalojii, Durtii Filannoo, Durtii Gatii)

Galmee banaa /fuula saphaphuu

URL URLjalatti ibsame bana. Goodayyaa galtee ibsuuf Goodayyaa fayyadamuu dandeessa.

Kuusa jalqabaa

Unkaa ammee gara kuusaa jalqabatti siiqsi.

Kuusaa duraa

Unkaa ammee gara kuusaa duratti siiqsi.

Kuusaa ittaanu

Unkaa ammee gara kuusaa ittaanutti siiqsi.

Kuusaa xumuraa

Unkaa ammee gara kuusaa maayyii/Dhumaa siiqsi.

kuusaa kaa'i

Yoo barbaachisaa ta'e ,kuusaa ammee olkaa'i.

Galiinsa deetaa gaabbi

Jijjiirame kuusaa ammee keessaa faallessa.

Kuusaa haaraa

Unkaa ammee gara tarree saaguu siiqsi.

Kuusaa haqi

Kuusaa ammee haqi

Unkaa haaromsi

Unkaa ammee dhihoo kana kaawaman deebi'ii fe'i.


Goodayyaa

You can also specify the target frame to display a URL that you open when you click a button that has been assigned the Open document or web page action).

Yoo dirree cuqaaste, filannoo tarree goodayyaa kamitti galmeen ittaanu akka fe'amu murteessuu filachuu dandeessa. Danda'ammoonni kanaa gadii ni jiru:

Galfata

Hiikaa

_duwwaa

Galmeen ittaanu goodayyaa duwwaa haaraa keessatti uumame

_haadhoo

Galmeen ittaanu goodayyaa haadhoo keessatti uumame. Yoo haadhoon tokkoolleen hin argamne, galmee goodayyaa wal fakkatu keessatti uumame.

_ofi

Galmeen ittaanu goodayyaa haadhoo keessatti uumame.

-gubbaa

Galmeen ittaanu fooddaa sadarkaa gubbaa keessatti uumame, innis, sadarkaa goodayyaa olaanaa keessatti; yoo goodayyaa ammeen fooddaa gubbaa ta'e, galmeen goodayyaa ammee keessatti uumame.


Sajoo Yaaddannoo

Amala goodayyaa unkaalee HTML iif firoomaa, garuu unkaalee kuusaa deetaatiif miti.


Gosa barruu

Allows you to use line breaks and formatting in a control field, such as a text box or label. To manually enter a line break, press the Enter key. Select "Multi-line with formatting" to enter formatted text.

Sajoo Ofegannoo

Yoo gasa barruu "Sar-baay'ee dhangi'amaa" filte, too'annoo kana gara dirree kuusaa deetaa hidhuu hin dandeessu.


Sajoo Yaaddannoo

Too'annoon kun sarjaa barruu too'annoo gabatee keessaa "naqa sararabaay'ee" maqeessa.


Guyyaa Gadaanaa

Guyyaa duraanii kan dhimmamaan galche tilmaama.

Guyyaa durtii

Durtii guyyaa qindeessi.

Guyyaa olaanaa

Guyyaa gatii biroo kan dhimmamaan jalqabame kan hin caalle ifteessa.

Haalsadee

Specifies whether a check box can also represent ZERO values of a linked database apart from the TRUE and FALSE values. This function is only available if the database accepts three states: TRUE, FALSE and ZERO.

Sajoo Yaaddannoo

The Tristate property is only defined for database forms, not for HTML forms.


Haguuggee gulaallii

lakkadda arfii dirreewwan sarxaa keessaa ibsuudhaan, wanta dhimmamaan dirree sarxaa keessatti galchu tilmaamuu dandeessa.

Dheerinni haguuggee gulaallii lakkoofsa qubannoowwan naqaa danda'amu tilmaama. Yoo dhimmamaan arfiilee haguuggee gulaallitiin wal hin ginne galche, naqni ni tufama weyta dhimmamaan dirree gad dhiisetti. Haguuggee gulaallii ibsuuf arfiilee asiin gadii kana galchuu dandeessa.

Arfii

Hiikaa

L

Barruu dhaabbata. Qubannoon kun hin gulaalamu. Arfiin haguuggee qubannoo walgitaa irratti mul'ata.

a

Arfiileen a-z fi A-Z galuu danda'u. Arfiileen gurguddaan gara arfiilee xixiqqaa hin jijjiiraman.

A

Arfiileen A-Z galuu danda'u. Yoo qubee xixiqqaan gale, battalumaan gara qubee gurguddaa jijjiirama

c

Arfiileen a-z, A-Z, fi 0-9 galuu danda'a. Arfiileen guddaan gara Arfiilee xiqqaa hin geeddaramu.

C

Arfiileen A-Z fi 0-9 galuu danda'a. Yoo qubee xiqqaan gale, battalumaan gara qubee guddaa jijjiirama.

N

Arfiilee 0-9 qofatu galuu danda'u.

x

Arfiileen maxxanfamuu danda'an hundi galuu danda'u.

X

Arfiileen A-Z galuu danda'u. Yoo qubee xiqqaan gale, battalumaan gara qubee guddaa jijjiirama.


Haguuggee "__.__.2000" sararaaf, fakkeenyaaf, haguuggee gulaali "NNLNNLLLLL" hiiki itti aansuun itti gargaaramaan yeroo guyyaa saagu lakqurxoota afur qofa saaga.that the user can only enter four digits when entering a date.

Haguuggee laataraalii

dirreewwan haguuggetiin haguuggee laataraalii ibsuu dandeenya. Haguuggeen laataraalii gatiiwwan jalqaba unkaa, Akkasumas yeroo mara kan mul'atu erga unkaa naqannee booda. Lakkada arfii haguuggee gulaallitti fayyadamnee, galfatawwan dhimmamaan dirree haguuggeetti barreesse tilmaamuu dandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Dheerinni haguuggee laataraalii yeroo hunda dheerina haguuggee gulaallitiin wal gitu qaba. Yoo kun dhimma hin taane, haguuggeen gulaallii takkaa ni murama ykn hanga dheerina haguuggee gulaallii duwwaan guutama.


Halluu Duubbee

Halluu duubbeen dirreewwan too'annoo baay'eef argama. Yoo Halluu duubbee, Tarreen halluuwwan garagaraa keessaa filuuf dandeessisu bana. Filannoo "Baratamoo" sirna qindoomina fudhata. Yoo halluun barbaadame hin tarreeffamne, qabduu ... cuqaasi qaaqa Halluu ibsuuf.

Halluu Handaaraa

Specifies the border color for controls that have the Border property set to "flat".

Halluu mallattoo

Halluu mallattoolee too'annoowwaniif ibsa, fakkeenyaaf xiyya kabala maraa irraa.

Hammamtaa Sajoo

Specifies whether the icons in a selected Navigation Bar should be small or large.

Hammamtaa mul'ataa

Hammamtaa abgudduu kabala maraa "gatii yuniitota" keessaa ifteessa. Gatiin ("Gatii olaanaa maraa" Hir'isuu "Gatii gadaanaa maraa." ) / 2 bu'aan abgudduu keessaa walakkaa bal'ina duubbee kan qabatudha.

Yoo gara 0 qindeessite, yabbinni abgudduuwwanii hojjan isaatin walqixa ta'a.

Handaara

With control fields that have a frame, you can determine the border display on the form using the Border property. You can select among the "Without frame", "3-D look" or "Flat" options.

Hantuutee golollee marfataa

Yeroo itti fayyadamaan hantuutee golollee maru gatiin jijjiiramuu isaa qindeessi. Tasumayyu: Gatiin hin jijjiiramu. Yeroo xiyyeeffannaa: (durtii) Yommuu too'annoon xiyyeeffannaa qabatuu fi gololleen too'annoo agarsiisuu fi marfamu gatiin ni jijjiirama. Yeroo Hundaa: yommuu gololleen gara too'annootti xiyyeeffatuu fi marfamu, wantootni too'annoon irratti xiyyeffatu tokkolee gatiin isaanii hin jijjiiramu.

Hiriirsuu/ Saxaatoowwan hiriirsuu

Filannoon hiriirsaa bitaahiriire, mirgahiriire, fi wiirteffame. Filannoowwan kun kan argamaniif maalimoota asiin gadiitif:

  1. Mataduree dirree sarxaa

  2. Qabiyyee dirreewwan barruu

  3. Qabiyyee dirreewwan gabatee too'annoo gabatee tarjaawwan keessaa

  4. Saxaatoowwan ykn barruu qabduulee keessatti fayyadamnu

    Sajoo Yaaddannoo

    Filannoon Hiriirsa qabduuleef Saxatoo Hiriirsaa jedhame waamama.


Hojjaa dalgee

Too'annoowwan gabatee keessatti, gatii tarree hojjatiif galchi. Yoo barbaadde, gatii yuniitii safara gatiinsaatiin duukame galchuuf nu dandeessisa, fakkeenyaaf, sm 2.

Iddo bu'ee dursaa

Weyta dirreewwan maallaqatti fayyadamnu mallattoon maallaqaa lakkoofsa dura ykn booda mul'atuu isaa tilmaama. The default setting is currency symbols are not prefixed.

Iddoo qabsiisuu

Specifies to show or hide the positioning items in a selected Navigation Bar control. Positioning items are the following: Record label, Record position, Record count label, Record count.

Irra deebi'i

Yeroo too'annoo cuqaasnu fi qabduu hantuutee gad qabnu yoo gochi too'annoo kan akka qabduu sarxaa irra deddeebi'e ifteessa.

Jijjiirama guddaa

Yeroo dhimmamaan gara islaayidii ittaanaa kabala maraa irraa cuqaasu gatii dabalaa ykn hir'inaa ifteessa.

Jijjiirame xiqqaa

Yeroo dhimmamaan xiyya sajoo kabala maraa irraa cuqaasuf gatii dabalaa ykn hir'inaa ifteessa.

Kabal naannawiinsa

Kabala naannawiinsaa handaara gadaanaa too'annoowwan gabateerraa mul'isuu fi dhabuu isaa ifteessa.

Kabala Maraa

Gosa kabala maraa sanduuqa barruu ibteessu dabali.

Korkoddii

Iddoo too'annoon korkoda'u hiiki.

Kuusaa irratti gocheessuu

Specifies to show or hide the action items in a selected Navigation Bar control. Action items are the following: Save record, Undo, New record, Delete record, Refresh.

Kuusaa malkata

Kuusaa ammee xiyyaan marked ta'e keessatti akka tarjaan jalqabaa moggaasa tarree wajjiin mul'ate ifteessa.

Mallattoo Maallaqaa

Dirree maallaqaa keessatti, arfii ykn diraa amaloota Mallattoo maallaqaa keessatti galchuun mallattoo maallaqaa duribsuu dandeenya.

Maqaa

Tokkoon tokkoon dirree too'annoo fi unkaa amala Maqaa ittiin addabaafamu qabu. Maqaan Unkaa Naannawaa keessatti argamu akkasumas, maqaa fayyadamaa, dirree too'annoo maakiroo irraa agarsiisa. Qindoomina durtii duraanuu maqaa asxaa fi lakkoofsa dirreewwanitti fayyadamuun ijaarame ifteessa.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo maakroo wajjiin hojjatta ta'e, maqoonni too'annoowwanii adda ta'uu isaa mirkaneessi.


Maqaanis too'annoowwan garagaraa kanneen hojiin isaanii walitti dhihaatu garee tokko jalatti fiduuf fayyada, kanneen akka qabduulee reediyoo. Kana hojjachuuf, miseensota garee maraaf maqaa tokko kenni:too'annoowwan maqoota walfakkaatan qaban garee uumu. Too'annoowwan gareeffaman Sanduuqa Gareetti fayyadamuun dhugaan bakka bu'uu danda'a.

Maxxansamummaa

Specifies whether you want the control field to appear in a document's printout.

Mul'ataa

Too'annoon akka haalata jiru keessatti mul'atu ibsi. Haalata saxaxa keessatti, too'annoon yeroo hundaa mul'ata.

Hubachiisa, yoo amali kun gara "Tole" (durtii)tti qindaa'e, kana jechuun too'annoon sirriimaan argii irratti uumama jechuu miti. Ittisamootni dabalataa yeroo mul'ita kan too'annoo sirriitti herregnu hojjoomu. Fakkeenyaaf, too'annoo kutaa dhokataa hanga kutaan xiqqaan ofiisaa mul'atuti kan Barreessaa keessaa hundi isaa tasumayyuu hin mul'atu.

Yoo amali "No"tti qindaa'e, too'annoon yeroo hunda haalata jiru keessaa dhokata.

Yemmuu galmeewwan warra akka itti fayyadamtu godhan dubbistuu, fooyya'aan OpenOffice.org inni moofaan hanga 3.1 amala kana ni tuffata.

Mura jechaa

Barruu sarara tokkoo ol irratti agarsiisa. Sarara ciccitaa sanduuqa barruu keessaa akka fayyadamnu ni heyyama, kanaafuu barruu sarara. Cita sararaa hujeekan galchuuf, furtuu Galchi dhiibi.

Naannawiinsa

Specifies to show or hide the navigation items in a selected Navigation Bar control. Navigation items are the following: First record, Previous record, Next record, Last record.

OfumaGuuti

Dalagaan OfumaaGuutii tarree galfataawwan duraanii erga galfata barreessuu eegallee mul'isa.

Olee

Olee too'annoo hiiki.

QabannooY

Too'annoo qabannoo Y, korkoddii sadhaatawaan hiiki.

Qabduu durtii

Amalli Qabduu durtii qabduu walgitan hojirra oolchu weyta furtuu deebistuu dhiibdu ifteessa. Yoo qaaqa ykn unkaa bantee akkasumas gocha dabalataa tokkollee hin qabanne, qabduun amala kanaa qabduu durtiiti.

Sajoo Yaaddannoo

Amalli kun qabduu qeenxee galmee keessaa qofatti ramadamuu qaba.


Weyta unkaawwan fuula saphaphuutti fayyadamnu, haguuggewwan barbaachaa irratti amala kana qaxxaamuru dandeessa. kunneen haguuggewwan gulaallii dirree barruu fi gosa qabduu ergituu qabdu dha. Tarmiin barbaachaa dirree barrutti kan galuu fi barbaachi qabduu kakaaftuun eegala. Yoo qabduun akka qabduu durtitti ibsame, barbaacha eegaluuf tarmii barbaachaa erga galchitee booda salphumatti Galchi dhahi.

Qabduu qanxii

Dirreewwan lakkoofsaa, dirreewwan maallaqaa, dirreewwan guyyaa fi yeroo qabduulee qaanxii unkaa keessatti jalqabamanitti.

Qajeelfama

Qajeelfama surdala ykn sarjaa kabala maraa ykn qabduu qaanxii ifteessa.

Qoodduu kumaatamaa

dirree lakkoofsaa fi maallaqaa wajjiin foo'aa kumaatama akka fayyadamne tilmaamu danda'a.

QubannooX

Too'annoo qabannoo X, korkoddii sadhaatawaan hiiki.

Sadarkaa

Amala asxaa dirree too'annoo asxaa unkaa irratti mul'ate qindeessa. Amalli kun asxaa mul'ataa ykn irraantoo sarjaa dirree deetaa unkaalee too'annoo gabatee keessaa tilmaama.

Weyta too'annoo haaraa uumnu, ibsamni amala Maqaa keessatti duribsame akka durtii too'annoo sarxeessuf. Sarxaan maqaa dirree too'annoo qaba fi intijarii too'annoo lakkoofsisan (fakkeenyaa, QabduuAjajaa1). Amala Mataduree wajjiin, ibsama biroo gara too'annoo ramaduu danda'a kanaafuu sarxaan hojjaa too'annoo balaqqisiisa. Sarxaa ibsamaa too'annoo dhimmamaatti mul'atutti ramaduuf galfata kana jijjiiri.

Mataduree sar-baay'ee uumuf, xiyya qabduu fayyadamuun sanduuqa makaa bani. Shift+ dhiibuudhaan gadqabuun cita sararaa saagi.

Sajoo Yaaddannoo

Amalli Matadure maalimaa unkaa sarxeessuu walqunnamaa dhimmamaa kessatti qofa fayyadu. Yoo maakiroon dalagde, If you work with macros, Yeroo ka'uumsatti yaadadhu, too'annoon yeroo mara kan iddeeffamu amala Maqaa keessa dabruun.


Safara

Calaqqee hammamtaa too'annootti taasisuuf deebi'ii hammamteessi.

Sararaa lakkoofsaa

For combo boxes with the Dropdown property, you can specify how many lines should be displayed in the dropdown list. With control fields which do not have the Dropdown option, the line's display will be specified by the size of the control field and the font size.

Sararootni Barruu kan dhaabbatan

Dirreewwan barruutif, dhuma lakkada sararaa weyta barruu sarjaa kuusaa deetaatti barreessinu fayyadamnu fili.

Saxatoowwan

Qabduun calaqqee amala Saxatoowwanii qaba. Amalli Saxatoowwanii xurree saxatoowwanii fi maqaa faayilii qabduu irratti agarsiisu barbaadde ifteessa. Yoo faayilii saxatoo qabduu ... wajjiin filte, xurree fi maqaa faayilii ofumaan sanduuqa barruu keessa gala.

Sirrina kurnyee

Dirreewwan lakkoofsaa fi maallaqaan Lakkoofsa digitiiwwan mirga tuqaa kurnyeetti mul'atan tilmaama.

Tarkaanfii Gatii

Gatii intarvaalota qabduulee qaanxii maallaqaa fi lakkoofsaa durqindeessuu dandeessa. Gatii xiyyoota gadee fi olee qabduu qaanxiitti fayyadamuun dabaluu ykn hir'isuu.

Tartiiba cancalaa

The Tab order property determines the order in which the controls are focused in the form when you press the Tab key. In a form that contains more than one control, the focus moves to the next control when you press the Tab key. You can specify the order in which the focus changes with an index under Tab order.

Sajoo Yaaddannoo

The Tab order property is not available to Hidden Controls. If you want, you can also set this property for image buttons and image controls, so that you can select these controls with the Tab key.


When creating a form, an index is automatically assigned to the control fields that are added to this form; every control field added is assigned an index increased by 1. If you change the index of a control, the indices of the other controls are updated automatically. Elements that cannot be focused (Tabstop = No) are also assigned a value. However, these controls are skipped when using the Tab key.

You can also easily define the indices of the different controls in the Tab Order dialog.

Turiinsa

Specifies the delay in milliseconds between repeating events. Mudata deddeebi'aan kan argamu weyta qabduu xiyyaa ykn duubbee kabala maraa cuqaasuu dandeessa, ykn Kabala Naannawiinsaa kuusaa qabduulee naannawiinsaa tokko, akkasumas qabduu hantuutee yeroo muraasaaf gadqabuu kee eegda. Gatii yuniitii yeroo gataa'insaatin duukame galchuu dandeessa, fakkeenyaaf, s 2 ykn ms 500.

URL

Teessoo URL gosa qabduu galmee banaaf ykn fuula saphaphuuf sanduuqa URL keessaa galcha. Weyta qabduu bannu teesson ni banama.

Yoo hantuutee qabduu haalata Dhimmamaa irra siiqsine, URL'n akka qaccee diriiratti argama, barruun Gargaarsa biraa hin galle jajjabeessa.

URL Gargaarsa

Specifies a batch label in URL spelling which refers to a help document and which can be called with the help of the control field. The help for the control field help can be opened if the focus is positioned on the control field and the user presses F1.

Yabbina

Yabbina sarjaa dirree gabatee too'annoo yuniitii filannoowwan LibreOffice keessatti ibsame keessaa qindeessa. Yoo barbaadde, gatii yuniitii safara gataa'insaan duukamu galchuu dandeessa, fakkeenyaaf, sm 2.

Yabbina

Bal'ina too'annoo hiiki.

Yeroo durtii

Durtii yeroo qindeessi.

Yeroo gadaanaa

Yeroo gadaanaa dhimmamaan galchuu danda'u tilmaama.

Yeroo olaanaa

Guyyaa gatii biroo kan dhimmamaan jalqabame kan hin caalle ifteessa.