Amaloota too'annoo

Amaloota too'annoo filame gulaaluuf qaaqa banaa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Baafata halqaraa maalimaa filatamee bani - Too'annaa fili

Sajoo

Too'annaa


Sajoo Yaaddannoo

Yeroo haalata wixinee keessaa too'annoo wajjiin filataman , Amaloota qaaqa qofa waamuu dandeenya.


Yoo deetaa qaaqa Amalootaa keessa galchite, naqni sarara baay'ee sanduuqota makaa gadbuusaa murtaa'a ni danda'amaa hubadhu. kun kan agarsiisu dirreewwan himni SQL hundi, akkasumas amaloonni sanduuqota barruu ykn dirreewwan asxaa keessatti galuu danda'aniidha.Dirreewwan kana banuu fi barruu gara tarree banamee galchuu ni dandeessa. Furtuuwwan qaxxaamuraa asiin gadii kun gataa'aa dha:

Furtuuwwan

Taatewwan

Xiyya +Down

Sanduuqa makaa banaa

Xiyya +Up

Sanduuqa makaa cufaa

Jijjiirraa+Galchaa

Sarara haaraa saagi

Xiyya olee

Qaree gara sarara durtii qabsiisa

Xiyya Gadee

Qaree gara sarara ittaanutti qabsiisa

Galchi

Naqa dirree keessaa xumure akkasumas qaree gara dirree ittaanutti qabsiisa


Akka sanduuqota tarree ykn makaa wajjiin, hantuutee xiyya xumura mirga dirreerra jiru irratti cuqaasun tarree banuu ykn cufuu dandeessa. Haa ta'uu malee, the input here can be entered either in the opened list or in the top text field. An exception is the properties that expect a list representation, for example, the property List Entries, which can be set for the control fields List Box and Combo Box. Here, you can only edit the entries when the field is opened.

Waliigala

Cancalli Waliigalaa kun amaloota unkaa too'annoo waliigalaa akka ibitu si dandeessisa. Amaloonni kun gosa too'annoodharratti hundaa'udhaan garagara. Amaloonni asiin gadii kun hundi too'annoowwan hundaaf hin jiraatu.

Deetaa

Fuula cancala Deetaa madda deetaa gara too'annoo filametti ramaddu ni heyyama.

Taatewwan

Fuula cancala Taatewwan irratti maakiroo gara taatewwan dirree too'annoo unkaawwanii keessatti argamanitti geessisuu dandeessa.

Deetaa(Galmeewwan unka XML tiif)

Fuulli caancala Deetaa qaaqa Amaloota galmee Unkaa XMLf qindaa'ina unkaawwanXML muraasa kenna.