Qajeelcha addaa Gabatee Too'annoowwanii

Galmeewwan akka barbaaddetti agarsiisuf gabatee too'annoo ibsuu dandeessa. Jecha biraatin dirreewwan deetaa akka deetaa unkaa kuusaa deetaatti agarsiisuuf ykn gulaaluuf fakkaatutti ibsuu dandeessa

Dirreewwan asiin gadii gabatee too'annoo keessatti ni danda'amu: barruu, guyyaa, yeroo fi dirree maallaqaa, dirree lakkoofsaa, dirree sarxaa, sanduuqa filannoo fi sanduuqa makaa. karaa dirree guyyaa/yeroo qindaayetiin, tarjaawwan lama ofumaan uumamu

Lakkoofsi sararoota filatamanii, yoo kamiyyuu filataman, lakkoofsa galmeewwan hunda booda hammattuu keessa jira.

Tarjaawwan gara gabatee too'annotti saaguf, irraantoo tarjarratti cuqaasun baafata halqaraa mul'isi/baasi. Ajajoonni asiin gadii ni jiraatu:

Tarjaa Saagi

Dirree deetaa filuuf gabatee too'annoo keessatti fudhachuuf baafata xiqqaa waamaa.

Gabatee too'annoo harkisuu fi kaa'utti fayyadamii qindeessi:Madda iyyaafata deetaa bani akkasumas dirree desired ta'an madda iyyafata deetaa fi tarjaa irraantoo gabatee too'annoo irraa harkisi. Tarjaa dur qindaa'e ni uumama

waliin Bakka buusi

Dirree deetaa filuuf dirree deetaa gabatee too'annoo keessatti filataman bakka buusuf baafata xiqqaa banaa.

Tarjaa Haqi

Tarjaa ammee filatame haqa.

Tarjaa

Amaloota qaaqaa tarjaa filamee banaa

Tarjaa dhokataa

Tarjaa filame dhoksa. Amaloonni isaa hin jijjiiramne.

Tarjaawwan mul'isi

Iddoo tarjaawwan deebinee agarsiisuu barbaanne filuu dandeenyutti baafata xiqqaa waamna. Tarjaa tokko qofa agarsiisudhaaf, maqaa tarjaa cuqaasi. Tarjaawwan 16 jalqaba dhokatan qofa arguu dandeessa. Yoo tarjaawwan baay'en dhokatan jiraatan, ajajaDabali jedhu fili qaaqa Tarjaa Mul'isi.

Dabala

Qaaqa Tarjaawwan mul'isu waami.

In the Show Columns dialog you can select the columns to be shown. Hold down the Shift or key to select multiple entries.

Hunda

Tarjaa hunda yoo mul'isuu barbaadde Hunda Cuqaasaa.

Gabateen cunqoo gabatee too'annoowwanii qofa too'ata

Too`annoolee galmee kee keessa deemuuf gabatee furtuu qofa gargaarami, akaakuu too`annoolee biraaf adda addummaa ni argata: caancali furtuu qareegara too`annoo itti aanuutti siiqsuu hin danda`u, garuu gara tarjaa itti aanuu too`annoo gabatee keessatti ni siiqsa. Too`annoo itti aanu siiqsuuf +Tab dhiibi, ykn gara too`annoo duraatti siiqsuuf Shift++Tab dhiibi.

Gabateen cunqoo gabatee addaa galchuuf too'annoowwanii qofa too'ata

Unkaan galmeeHaalata wixineeqabaachuu qaba.

  1. Galmee filuuf +F6 dhiibi.

  2. Too'annoo jalqabaa filuuf TOO"ANNOO+F4 gaddhiibi. Yoo too'annoon gabatee too'annoo jalqabaa ta'uu baate,hanga filamutti Cancala gaddhiibi.

  3. Haalata gulaalu galchuuf furtuu GALCHAA gaddhiibi. Qabannoon baay'inaan handaara too'annoorraa

  4. Haalata Gulaallii keessatti,Too'annoo+F10 gaddhiibun haalata gulaallii baafata halqara banuu dandeessa

  5. Yoo tarjaawwan gulaaluu barbaadde, Haalata gulaallii tarjaa galchuuf Shift+Space dhiibi. Amma tartiiba tarjaawwanii furtuulee +Arrow wajjiin deebitee qindeessuu dandeessa. Furtuu balleessituun tarjaa ammee balleessiti.

  6. Haalata gulaaluf dhiisuf furtuu DHIISI gaddhiibi.