Unkaa too'annoowwanii

Sajoon unkaa too'annoowwanii kamshaa meeshaalee unkaa miidhagaa nuti uumu barbaannu banuu danda'a.Too'annoowwan unkaa barruu, wardaa, dhiheessa, ykn galmee HTML dabaluuf kamshatti fayyadamuu dandeessa, fakkeenyaaf qabduu maakroo kaasuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Ilaali - Kamshaalee - Too'annoowwan Unka fili.

Sajoo kamshaarraa Saagi (sajoo jalqaba hin mul`anne kana dandeessisuu barbaada ta`a.):

Sajoo

unkaa too'annoowwanii


Sajoo Yaaddannoo

Unkaa galmee XML (XForms) too'annoowwan wal fakkaatutti fayyadamu.


Unkaa uumuf, galmee bani akkasumas unkaa too'annoowwanii dabaluu fi ibsuuf kamshaa unkaa too'annoowwanitti fayyadami Yoo barbaadde unkaa gara kuusaa deetaatti geessisuu ni dandeessa,?kuusaa deetaa manipulate gochuuf too'annoowwaniittillee fayyadamuu dandeessu

Galmee HTML keessatti unkaa uumu yoo barbaadde, deetaa interneetirraan erguu yoo barbaadde unkaatti fayyadami.

Sajoo Yaaddannoo

LibreOffice only exports the form properties that are supported by the HTML version that you export to. To specify the HTML version, choose - Load/Save - HTML Compatibility.


Too'annoo gara galmetti dabaluuf

  1. Unkaa kamshaa too'annoowwanii irraa, sajoo too'annoo dabaluu barbaaddu cuqaasaa

  2. Galmee keessatti, too'annoo uumuf harkisi

    Dirree too'annoo arfakkuu uumuf, Yeroo harkistu furtuu shift gadi qabi.

Sajoo Qaxxee

Tarree dirree gabatee ykn galfataa gara unkaa dirree dabaluuf , man'ee gara unkaa harkiaa. Galmee barruu keessatti, Dirree unkatti dabaluuf tarjaa irraantoo harkisuu dandeessa. Asxaa dirreef galchuuf, yeroo irraantoo tarjaa harkistu furtuu +shift gadi qabi.


Too'annoo fooyyessuu

  1. Too'annoo mirga cuqaasi akkasumas Too'annoofili. Qaaqni kan banamu iddoo amaloota too'annoo ibsitetti

  2. Furtuu qaxxaamuraa too'annoof ibsuuf, asxaa too'annoowwanii keessatti dalduufa(~) arfii fuulduratti dabalaa.

  3. Galmee tokkorraa gara galmee biraa too'annowwan harkisii kaa'i.Akkasumas galmeewwan jiddutti too'annoowwan garagalchi akkasumas maxxansi. Yeroo too'annoo galmee biraatirraa saagnu , LibreOffice madda deetaa sakatta'u, gosa qabiyyee, fi amaloota qabiyyee too'annoo akkasumas too'annoo caasaa yaayaa galmee galtee keessaa taasisa. Fakkeenyaaf, too'annoo qabeentota yaadannoo teessoorraa agarsiisuf ittifufuun qabeentota walfakkaatu erga gara galmee too'annoo gara garaa garagalchinee booda agarsiisuf. Amaloota kana fuula cancala DeetaaqaaqaAmaloota unkaa irraa arguu dandeenya .

Fili

Sajoo

Sajoon kun haalta filuuf qaree hantuutee jijjiira. ykn haalata kana kaka'uumsala godha. Haalata filataman too'annoo unkaa ammee filuuf gargaaru.

Haalata wixinee bani/cufi

Toggles the Design mode on or off. This function is used to switch quickly between Design and User mode. Activate to edit the form controls, deactivate to use the form controls.

Sajoo cuqaasi

Saxaxa Halataa Bani/Cufi

Amaloota too'annoo

Amaloota too'annoo filame gulaaluuf qaaqa banaa.

Sajoo

Too'annaa

Amaloota unkaa

Qaaqa kana keessatti kan biraa irraa ibsuu dandeesaa? Qaaqa kana keessatti kanneen biroo keessaa ibsuu dandeessa, madda deetaa fi taatewwan unkaa hundaaf.

Sajoo

Unka

Sanduuqa Filannoo

Sajoo

Sanduuqota filannoo uuma. Sanduuqni filannoo dalagaa unkaa keessaa kakaasuf ykn kaka'uumsaluu ni heyyama.

Sanduuqa barruu

Sajoo

Sanduuqa barruu uuma. Sanduuqni barruu dirree fayyadamaan barruu itti galchuu danda'udha. Unkaa keessatti,sanduuqota barruu deetaa mul'isa ykn naqa deetaa haaraaf ni heyyama.

Dirree Dhangi'ame

Sajoo

Dirree dhangi'ame uuma. Dirreen dhangi'ame sanduuqa barruu naqoota fi bahoota dhangi'ame ittiin ibsuu dandeenyudha, akkasumas kan gatii fayyadamne daangessuu dandeesisudha.

Dirreen dhangi'ame Amaloota too'annoo addaa (Dhangii - Too'annoofili).

Qabduu Dhiibi

Sajoo

Qabduu dhiibdu uuma. Hojiin kun taatee ibsameef ajaja , akka hantuutee cuqaasuu hojirra oolchuf gargaara.

Qabduulee kanatti barruu ykn saxatoo fayyadamuu dandeessa

Qabduu filannoo

Sajoo

Qabduu filannoo uuma. Qabduulen filannnoo qabduulee gara garaa keessaa tokko dhimmamaan akka fayyadamu dandeessisa. Qabduulen filannoo hojii tokko qaban maqaa tokko qabaatu (AmalaMaqaa). Baratamoodhaan, sanduuqa gareekennuu danda'a.

Sanduuqa Tarree

Sajoo

Creates a list box. A list box lets users select an entry from a list. If the form is linked to a database and the database connection is active, the List Box Wizard will automatically appear after the list box is inserted in the document. This wizard helps you create the list box.

Sanduuqa Makaa

Sajoo

Sanduuqa makaa uumaa. Sanduuqni makaan sanduuqa tarree sar-qeenxee tarree gadbuusaa wajjiin dhimmamtoonni filannoo filatanirraa. Amala dubbisqofa gara sanduuqa makaatti ramaduu dandeessa akkasumas dhimmamtoonni galfatawwan tarree keessatti argaman malee kan biroo galchuu hin danda'an. Yoo unkaan gara kuusaa deetaatti daangeffamee fi waliindhni kuusaa deetaa ka'aa ta'e, Masaka Sanduuqa Makaa n erga sanduuqa makaa galmee keessatti galee ofumaan argama.

Dirree sarxaa

Sajoo

Barruu agarsiisuf dirree uuma. Asxaawwan kun barruu duribsame qofa agarsiisuf gargaara. Galfanni dirreewwan kana keessatti hin uumaman.

Too'annoowwan dabalaa

Kamshaa Too'annoowwan dabalataabanuu danda'a.

Wixinee Unkaa

KamshaaWixinee unkaa banuu danda'a.

Masakoota Banaa/Dhamsaa

Sajoo

Masakoota unkaa too'annoowwanii ofumaa banuu/dhaamsuu

Masakaan kun amaloota sanduuqota tarree,Gabatee too'annoowwanii fi too'annoowwan biraa galchuuf nu gargaara,

Ajajoota Baafata Haalqaraa