Faayilii sududaan maxxansaa
qindoominoota maxxansa durtii ammee galmee kaka'aa wajjiin maxxansuuf Sajoo Faayilii sududaan maxxansi cuqaasi. Kunis kan argamu qaaqa Qindoomina Maxxansaa keessatti, kan nuti ajaja baafata Qindoomina Maxxansaa wajjiin waamuu dandeenyudha.
yoo barruu ykn saxatoo filatuu barbaadde sajooFaayilii sududa maxxansaa jedhu cuqaasi, you are prompted to print the selection or the document.
Yoo maxxansi galmee ammee maxxansa duraan operating system hin beeknetti fayyadame,sajoon Faayilii sududa maxxansajedhuqaaqamaxxansaabana.