Deetaa(Galmeewwan unka XML tiif)

Fuulli caancala Deetaa qaaqa Amaloota galmee Unkaa XMLf qindaa'ina unkaawwanXML muraasa kenna.

Ajaja kana bira gahuuf...

Baafata halqaraa too'anoota Galmee unka XML irraa filatamee bani, cancala Too'annaa - Deetaa fili

Kamshaa Unka too'atamtootaa kan Galmee Unkaa XML bani, Caancala sajoo Too'annoo sajoo - Deetaa cuqaasi


Qindaa'inni danda'amaan fuula caancala Deetaa too'annoo kan hundaa'u too'annoo duraa duubanii. Dirqaalee too'annoo ammee fi halqaraaf jireessa ta'an qofa ilaaluu dandeessa. Dirreewwan armaan gadii jireessa:

Ilaallata deetaa XML

Ilaallata tarree ilaallatoota mara galmee ammee keessaa fili.

Ilaallaata

Maqaa jildeessaa galchi ykn fili. Maqaa jildeessa jiraataa filuun jildeessa too'annoo unkaa waliin walitti firoomsa. Maqaa haaraa galchuun jildeessa haaraa uuma; too'annoo unkaa waliin waliti firoomsa.

Himannoo ilaallaataa

Ilaallata too'annootti hidhuuf guduunfaa DOM galchi. Himannoo xurree X galchuuf qaaqaaf qabduu ... cuqaasi.

Barbaachisa

Yoo wanti dirqamaan Dhangii X irratti hammatamuu qabu adda baasa.

Kan waliin deemu

Wanta akka waliin deemuun ibsa.

Dubbisqofa

Maalima akka dubbisqofaatti ibsa.

Dirqama

Wanta akka dirqamaatti ibsa.

Herrega

Maalimni herreegamuu isaa ibsa.

Akaakuu deetaa

Akaakuu deetaa kan too'annootiin gataa'essuun irra jiru fili.

x

Akaakuu deetaa hiikaa fayyadamaa fi cuqaasa qabduu akaakuu deetaa hiikama fayyadamaa haquuf fili.

+

Bakka maqaa akaakuu deetaa hiikamaa fayyadamaa haaraa galchuu dandeessutti qaaqa banuuf qabduu cuqaasi. Akaakuun deetaa haaraan akaakuu deetaa filatamaa ammee kallattii rakkoon ykn amalli itti mul'atu mara irraa dhaala.

Sajoo Yaaddannoo

Kan armaan gadii kallattii rakkoo ykn amallitti mul'atu mara akaakuuwwan deetaa muraasaaf jireessa tarreessa.


Iddadii

Specifies how whitespaces are to be handled when a string of the current data type is being processed. Possible values are Preserve, Replace, and Collapse. The semantics follow the definition at http://www.w3.org/TR/xmlschema-2/#rf-whiteSpace.

Sarxaa

Specifies a regular expression pattern. Strings validated against the data type must conform to this pattern to be valid. The XSD data type syntax for regular expressions is different from the regular expression syntax used elsewhere in LibreOffice, for example in the Find & Replace dialog.

Lakqurxaawa(ida'ama)

Lakkoofsa ida'ama guddaa lakqurxaalee kan gatiiwwan akaakuu deetaa lakkurnyee qabaachuu danda'a.

Lakqurxaawwaan(entaa)

Lakkoofsa ida'ama guddaa lakqurxaawwaan entaa gatiiwwan akaakuu deetaa lakkurnyee qabaachuu danda'a.

Gudd(hammata)

Hammata adeemsa irraa gatiiwwaniif ifteessa.

Gudd(ofiifoo)

Ofiifoo adeemsa irraa gatiiwwaniif ifteessa.

Gad.(hammata)

Hammata gadaanaa adeemsa gatiiwwaniif ifteessa.

Gad.(ofiifoo)

Ofiifoo gadaanaa adeemsa gatiiwwanniif ifteessa.

Dheerina

Lakkoofsa arfiilee diraaf ifteessa.

Dheerina (xiqqaatee xiqqaatu)

Lakkoofsa xiqqaa arfiilee diraaf ifteessa.

Dheerina (irra caalatti)

Lakkoofsa guddaa arfiilee diraaf ifteessa.