Naanneessa Deetaa
Caasaa deetaa galmee DhangiiwwanX ammee ifteessa.
Maqaa ilaallataa
Ilaallata DhangiiwwanX fayyadamuu barbaaddu fila.
Ilaallaoota
Ilaallatoota DhangiiwwanX ida'a, maqaa jijjiira, ni haqa.
Ida'i
Bakka ilaallata DhangiiX ida'uu dandeessutti qaaqa Ilaallata Ida'ii bana.
Deetaan ilaallataa fooya'insa haalojii galmeewwan jijjiiraman haaroomsa
Yeroo kakaafamu, ati unkaa galmee ilaallata deetaa dangeeffame kamiifiyyuu yeroo jijjiirtu ilaallata haalojii galmee "fooyya'aa" tti qindaa'a. Yoo hin kakaafamiin, jijjiiramani akkasii haalojii galmee gara "fooyya'aa" tti hin qindeessu.
Haqi
Ilaallata DhangiiX filatame haqa. Ilaallata dhumaa haquu hin dandeessu.
Maqaa jijjiii
Ilaallata dhangiiX filatame maqaa jijjira.
Bal'inaan Mul'isi
Bal'ina mul'isuu ykn dhoksuuf agarsiisa jijjiira.
Miseensa
Wantoota miseensa ammeetti kennamu/ramadu/tarreessa.
Dabarsa
Dabarsa tarreessa.
Jildeeffama/Goodama
DhangiiX tiif jildeeffama tarreessa.
Miseensota
Qabduun kun ida'uu, gulaaluu,ykn miseensota haqu baafata xiqqaa qaba.
Ida'i
Bakka miseensota haaraa ida'uu dandeessutti qaaqa bana.
Gulaali
Bakka miseensota ammee fooyyeessuu dandeessutti qaaqa bana.
Haqi
Miseensota ammee haqa. Miseensa dhumaa haquu hin dandeessu.
Akaakuuwwan deetaa mul'isa
Bal'ina guddaa ykn xiqqaa mul'isuuf agarsiisa jijjiira.
Ida'i
Wanta haaraa (maalima, amala, dabarsa ykn jildeeffama)akka wanta xiqqaa, wanta ammeetti ida'uuf qaaqa bana.
Gulaali
Wanta filatame(maaliama, amala,dabarsa ykn jildeeffama) gulaaluuf qaaqa bana.
Haqi
Wanta filatame(maaliama, amala,dabarsa ykn jildeeffama) haqa.