Audio or Video

Inserts a video or audio file into your document.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Insert - Media - Audio or Video.

Choose Insert - Audio or Video


Fiilmii yookiin faayilii sagalee galmee keessaa saaguuf.

  1. Bakka faayilii saaguu barbaaddutti cuqaasi.

  2. Choose Insert - Media - Audio or Video. For LibreOffice Impress, choose Insert - Audio or video.

  3. Qaaqa Banii Fayyilii keessatti faayilii saaguu barbaaddu fili.

    Sajoo Yaaddannoo

    Akaakuuwwan faayilii qaaqa kana keessatti tarree ffaman sirnoota dalagamaraan hin deeggaramne.


  4. Click the Link box if you want a link to the original file. If it is not checked, the media file will be embedded (not supported with all file formats).

  5. Banii cuqaasi.

Akka filannootti, haasofsiisaa sabqannamtii banuuf Meeshaalee - Haasofsiisaa Sabqunnamtii filachuu dandeessa. Faayiloota sabqunnamtii deegaraman maraa durarguuf Haasofsiisaa Sabqunnamtii fayyadami. Foddaa Haasofsiisaa Sabqunnamtii keessatti faayilii subqunnamtii ammee gara galmee keetti saaguuf qabduu fayyadami.

Fiilmii yookiin faayilii sagalee taphachiisuuf

  1. Fiilmii yookiin faayilii sagalee galmee kee keessatti sajoo wantaa irra cuqaasi.

    Yoo sajoon duubbee irratti qindeessame, yeroo cuqaastutti Ctrl gad qabii turi.

    Kamshaan Sabqunnamtii duubatti taphadhuu ni mul'ifama.

  2. Kamshaa Taphachiisa duubatti meeshaalee sub qunnamtii irraatti Taphachiisii cuqaasi.

Sajoo Yaaddannoo

Yeroo dhihessa toleessaa mul'istu, sagaleen idaatii yookaan viidiyoo islaayidii ammee hanga dhumutti yookaan hanga islaayidii gadhiiftutti ofumaan taphata.


Dabala taanis,afuur fannoof,dhaabuuf marsuuf akkasumas qabeentaa sirreessuuf yookiin taphachiisaduubattii faayilii ukkaamsuuf kabala Taphachiia duubattii meeshaalee sub qunnamtii fayyadamuu midandeessa.Qubannoon taphachiisa duubatti ammee faayilii keessatti kan agarsiisu islaayidaiiditaa irratti Qabeentaabatti taohachiisii sirreessuuf,islaayidarii mirgaa fayyadami Faayilota fiimiif,kaballidabalataanis sanduuqa tarree qabate bakka duubatti taphachiisuuf qabata guddisii filuudandeessuudha.

Supported media formats

LibreOffice relies on the operating system's installed media support.