Faayiloota

Faayiloota haaraa gara dhaama filatameeti ida'a.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Gallery or click the Gallery icon on the Standard Bar - New Theme button - Files tab.


Akaakuu faayilii

Akaakuufaayilii ida'uu barbaadde fili.

Faayiloota argaman.

Faayiloota jireessaa tarreessa. Faayiili(oota) ida'uu barbaadde fili, ittaansuudhaan Ida'ii cuqaasi. Faayiloota mara tarree keessaaida uuf, Mara Ida'ii cuqaasi.

Faayiloota barbaadi

Galeeloo faayiloota kan ida'uu barbaadde qabate hundeessi, ittaansuu dhaan TOLE cuqaasi.

Ida'i

Fayilii(oota) filataman ammeetti ida'a.

Mara ida.

Faayiloota mara tarree keessaa gara dhamsa ammeetti ida'a.

Duraargii

Duraagii faayilii filatamee agarsiisa yookiin dhoksa.

Sanduuqa Duraargii

Duraargii faayilii filatame agarsiisa.