Mallattoo Dhaangi'aa

Opens a submenu to insert special formatting marks like non-breaking space, soft hyphen, and optional break.

Iddoo kin qurxamne

Iddoo arfiilee handaaraa eeguudanda'u qurxaiinsawwan sarara irraa waliin saaga.

Murfii Dirqaalee

Murfiihin mul'annejecha waliin kan mul'atuufi qurxiinsa sararaauumu altokko sarara keessatti arfii dhumaa ta'u saaga.

Soft hyphen

Murfii hin mul'anne jecha waliin kan mul'atuu fi qurxiinsa sararaauumu altokko sarara keessatti arfii dhumaa ta'u saaga.

Bal'inniqurxiinsa dirqaalee hin jinl.

Iddoo hin mul'anne jecha waliin qurxiinsa sarara saaguu malu altokko arfiilee dhumaa sarara keessaa saaga.yeroo teessuumni barruu walxaxaa(CTL)danda'u jireessa.

Bal'inni hinjiru;qurxiinsi hin jiru.

Iddoo hin mul'anne'jecha sararadhuma waliin saaga.yeroo teessumni barruu walxaxaan(ICT)ofdanda'e jiraata.

Mallattoo mirgaagara bitaa

Mallattoo kallattii barruu miidhu,kallattii barruu kan barruu mallattoo armaan gadii kamu saaga yeroo teessuma barruu walxaxaa(CTL)of danda'e jireessa.

Mallattoo mirgaa gara bitaatti

Mallattoo kallattii barruu miidhu,kallattii barruu kan barruu mallattoo armaan gadii kamu saaga yeroo teessuma barruu walxaxaa(CTL)of danda'e jireessa.