Mallatttoowwan Lakqurxaawaa

Mallattoowwan lakqurxaawaagara figalmee kee irra ida'uun haqa Dabalataanis qaaqa ragaawwwan mul'suuf fayyadamuu midandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose File - Digital Signatures - Digital Signatures

Meeshaa - Maayikiroo - Lakqurxaawaa Mallattoofiladhu.

Qabduu Faayilii - Amala - Waliigalaa caancala Lakqurxaawaa Mallattoo cuqaasi.

Dirree mallattoo lama-cuqaasi kabala haalhojii irratti.


Waa'ee Mallattoowwan Lakqurxaawaa

Tarree

Mallattoowwan lakquraa galmee ammee tarreessa.

Sajoon mallattaa'eeSajoo mallattoo sirrii digiitaalii agarsiisa, sajoo mallattoo raajeeffannoo Sajoo mallatto sirrii hin taane agarsiisa.

See also Mallattoo Lakqurxaawaa.

Use AdES-compliant signature when there is a choice

Prefers creating XAdES signatures for ODF and OOXML, PAdES signatures for PDF.

Ragaa Mul'annoo

Qaaqa ragaa mul'annoo bana.

Galmeewwan Ol kaa'uu

Qaaqa Ragaa FiliiBana.

Haqi

Removes the selected signature from the list. Removes all subsequent signatures as well, in case of PDF.