Galmee jechootaa maammiloo Gulaali

Galfata Jijjiirraa Hangul/Hanjadhaaf fayyadan ida'uun haqa.

Barruu

Galmee jechootaa hiikaa fayyadamaa gulaaluu barbaaddee fili.

Xabboo

Select the entry in the current dictionary that you want to edit. If you want, you can also type a new entry in this box. To move from the Original box to the first text box in the Suggestions area, press Enter.

Yaadawwan dhihatan(olaa.8)

Galfata kan Xabboo keessatti filatameef bakkabu'iinsa yaadame barreessi. Jechi bakka bu'insaa alaanaan arfiilee saddeet hammachuu danda'a.

Haaraa

Hiikaa bakka bu'iinsaammee gara galmee jechootaatti ida'a.

Haqi

Galfata filatame haqa.