Ijaarsa Gingilchaa XML

Qaaqa Qindaa'ina Gingilchaa XML, innis iddoo itti uumuu, gulaaluu, haquu, fi faayilii XML olerguu fi aleerguuf gingilchaa itti yaaluu dandeessuu dha.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - XML Filter Settings.


Waa'ee gingilchaa XML

Sajoo Yaaddannoo

Gariin gingilchitootaa akka qaama dirqalaatti yeroo ijaarsa LibreOffice qofa jiraatu. Gingilchaa dirqalaa ijaaruuf, fayyadama qindoomna LibreOffice fiigsisi, "Fooyyeessi" filadhu, itti aansuun gingilchaa tarree muraa keessatti barbaaddu filadhu.


Jechi gingilchaa XML kan armaan gadii keessatti akka qaxxaamuraatti ibsa caalaatti sirrii ta'eef akka Gingilchaa XSLT irratti hundaa'eetti fayyadu.

Haala dubbii

Ibsa

XML

Afaan Jijqeeqata Dheertoo

XSL

Afaan Baallee Akkaataa Dheertoo

XSLT

Jijjirraa Afaan Baallee Akkaataa Dheertoo. Faayilootni XSLT baalleewwan akkaataa jedhamunis ni waamamu.


Sajoo Yaaddannoo

Gingilchaan aleergii XHTML "XHTML 1.0 Jabaa" gataa'aa Barreessaaf, Calc, Fakkaasi, fi Toleessaa galmeewwanii.


Tarree gingilchaa

Select one or more filters, then click one of the buttons.

Sajoo Yaaddannoo

Gariin gingilchitootaa akka qaama dirqalaatti yeroo ijaarsa LibreOffice qofa jiraatu. Gingilchaa dirqalaa ijaaruuf, fayyadama qindoomna LibreOffice fiigsisi, "Fooyyeessi" filadhu, itti aansuun gingilchaa tarree muraa keessatti barbaaddu filadhu.


Tarreewwan maqaa fi gosa gingilchitoota ijaaraman agarsiisu.

  1. Gingilchicha filachuuf cuuqaasi.

  2. Gingilchitoota heddoo filachuuf, Shift-cuqaasi yookaan -cuqaasi.

  3. Gingilchaa gulaaluuf maqaa lama cuqaasi.

Haaraa

Opens a dialog with the name of a new filter.

Gulaali

Opens a dialog with the name of the selected file.

Yaalii XSLT

Opens a dialog with the name of the selected file.

Haqi

Deletes the selected file after you confirm the dialog that follows.

Akka qarqabatti olkaa'i

Displays a Save as dialog to save the selected file as an XSLT filter package (*.jar).

Qarqaba bani

Displays an Open dialog to open a filter from an XSLT filter package (*.jar).

Gargaarsa

Displays the help page for this dialog.

Cufi

Closes the dialog.