Sajoo jijjiiri

Sajoo

Sajoowwan jiran LibreOffice keessatti agarsiisa. Sajoo Maamileessuu keessatti filatte bakka buusuuf, sajoo cuqaasi, itti aansee qabduu TOLEE cuqaasi.

Alaaguu

Tarreewwan sajoowwanii keessatti sajoo haaraa ida'a. Sajoo filame kan olgalchuu qaaqa faayilii banaa ni agrta ykn galeeloo sajoo LibreOffice keessatti olgalcha.

Sajoo Yaaddannoo

Sajoo dhangii faayilii PNG keessaa qofa olgalchuu dandeessa fi kan hammamtaa pikisiilii 16x16 ykn 26x26 ta'an qofaa dha.


Tarree keessaa sajoo filame haquuf cuqaasi. Sajoo fayyadamaan ibsaman qofa haquu dandeessa.