Gabatee cuqoo

Furtuuwwan qaxxaamuraa ajajawwan LibreOfficetiif gulaala yookin ramada.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Customize - Keyboard tab. A document must be opened.


Furtuuwwan qaxxaamura fayyadama ammeetiif yookkiinfayyadamtootaLibreOfficemaraaframaduuyoo kiin gulaauu nidandeessa.

Sajoo Yaaddannoo

Ramadd furtuuwwan qaxxaamura yeroo dhi ho sirnadala keetiin fayy adan haqi.


LibreOffice

Furtuwwan qaxxaamuraa fayya damtootaLibreOffice maraaf waliinii agarsiisa.

Furtuuwwan qaxxaamura fayyad amaLibreOffice ammeef agarsiisa.

furtuuwwan qaxxaamura

Furtwwan qaxxaamuraafiajajawwan firooman tarressa. Furtuu qaxxaamuraa ajaja tarree Faankishinii keessaatti filatameef ramaduuf ykn fooyyessuuf, tarree kana keessatti qaxxaamura cuqaasi, ittaansuudhaan Fooyyessii cuqaasi.

Dalagawwan

Akaakuuwwan dalagaa fi dalagawwan gara fur tuuwwan qaxxaamuraa ramaduu dandeessutti tarreessa

Akaakuu

Akaakuuwwan dalaga jireessaa tarreessaa. Qaxxaamura gara Haalatootatti ramaduuf, akaakuu "Haalatootaa" bani.

Dalagawwan

Dalaga furtuu qaxxaa muraa ramaduu barbaadde fili, waliin makiinsa furtuu tarree furtuwwan qaxxaamura keessaa cuqaasi, ittaansuudhaan Foyyessii cuqaasi.Dalagni filatame yoofurtuu qaxxaamuraa dursee qabadaate, tarree Furtuuwwan keessaatti agarsiifameera.

Furtuuwwan

Furtuuwwan qaxxaamuraa dalaga filatameetti rama daman agarsiisa.

Fooyyessi

Furtuu walmakiinsaa Furtuuwwan qaxxaamuraa keessatti filataman gara ajaja tarree Faankishinii keessatti filametti tarressuu ramada.

Maalimaookiin maalimoo tafilatamanii dhu goomsuun hin barbaadne haqa.

Fe'i

Qindaayina furtuulee qaxxaamuraa kan duraan olkaa'ameen bakka buusa.

Olkaa'i

Qindaayina furtuulee ammee olkaa'a, kanaaf atis booda fe'achuu dandeessa.

Haaromsi

Gatii fooyya'ee gara gatii durtiitti haaromsa.