Maakroota

Maakroo akka galmeessitu yookin gurmere ssituuf gulaaltuu si'i gargaara

Maakroo Galmeessi

Records a new macro. Only available, if macro recording feature is enabled in - LibreOffice - Advanced.

Maakroo kaasa

Bakka makroo jalqabuudandeessutti qaaqa bana.

Maakroota Gurmeessi

Bakka maakroofi barreeffamoota gurmeessuu dandeessutti baafata xiaaqaatti bana.

Mallattoo Lakqurxaawaa

Mallotowwan lakqurxaawaa maakroo keetti yookiin irraa ida'ee haqa. Ragaawwan mul'isuuf, dabalatanis qaaqa fayyadamuu nidandeessa.

Qaaqawwan Gurmeessi

Fuula caancala Qaaqawwan Gurmeessaa maakroo bana.