Maakroo

Maakroo gurmeessuuf qaaqa baana.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Macros - Organize Macros - LibreOffice Basic, or press +F11 (if not assigned by your system).


Maqaa maakroo

Displays the name of the selected macro. To create or to change the name of a macro, enter a name here.

Maakroo irraa/Maakroo keessa olkaa'i

Kuusaa sagantaafi muraawwan bakka maakroo kee bantu yookiin olkeessu tarreessa. Maakroo galmeemurtaawaa waliin olkaa'uuf,galmicha ban,ittaansuu dhaan qaaqa kana bani.

Gaggeessi /olkaai

Runs or saves the current macro.

Ramadi

Qaaqa Maammileessiibana, bakka maakiroo filatame gara ajaja baafataa, kamshaa yookiin mudataatti ramaduu dandeessu.

Gulaali

Starts the LibreOffice Basic editor and opens the selected macro or dialog for editing.

Haaraa/Haqi

Creates a new macro, or deletes the selected macro.

Maakroo haarawaauumuuf, tarree Maakroo irraa keessaa muraa "Durtii"fili, ittaansuudhaanHaarawaa cuqaasi.

Maakroo haquuf,isuma fili ittaans uudhaan Haqi cuqaasi.

Mana kuusaa Haaraa

Saves the recorded macro in a new library.

Muraa Haaraa

Saves the recorded macro in a new module.

Gurmeessaa

Qaaqa Gurmeessaa Maakroo bana, iddoo itti idaa'uu, gulaaluu, yookiin muraawwan maakroo jireessa, qaaqawwanii, fi manneen kuusaa haquu dandeessu.

Muraa/fuula caancala qaaqaa

Lets you manage modules or dialog boxes.

Muraa/Qaaqa

Maakroo jireessaa fi qaaqawwan tarreessa.

Gulaali

Maakroo filataman yookiin qaaqa gulaalliif bana.

Cufi

Qaaqa cufee jijjiiramoota mara ol kaa'a.

Haaraa

Gulaalaa banuun muraa haaraa uuma.

Haaraa

Gulaalaa banuun qaaqa haaraa uuma.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Fuula caancala kuusaasagantaalee.

Kuusaa sagantaalee maakroo fayyadama ammeetiifi galmeewwan banaman kamiyyuu akka bulchitu taasisa.

Argama

Fayyadama yookiin galmee kuusaa sagantaalee maakroo qabate gurmeessuu barbaadde fili.

Kuusaa sagantaalee

Kuusaa sagantaalee maakroojieessa fayyadama ammeetii fi galmeewwan banaman kamiyyuu tarreessa.

Gulaali

Gulaalaa LibreOffice Basic bana kanaaf manbarruu filatame fooyyeessu dandeessa.

Cufi

Qaaqa cufee jijjiiramoota mara ol kaa'a.

Iggitaa

Manbarruu filatameef Iggata ramada ykn gulaala.

Haaraa

Manbarruu haaraa uuma.

Maqaa

Manbarruu yookiin muraa haaraadhaaf maqaa galchi.

Alaaguu

Manbarruu LibreOffice Basic tarree ammeetti ida'uu barbaaddu hundeessi, ittaansuudhaan Banuu cuqaasi.

Haqi

Maalimaa ykn maalimoota filataman dhugoomsa booda haqa.

Scripts

Sanduuqa qaaqa Maakroo"Biinsheelii"banuuf Meeshaalee-Maakroo-Makroo Gurmii-Biin Sheeliifili.Sanduuqa qaaqa Barruu Jaallaa banuuf,Meeshaalee-Maakroo SGurmii Maa kroo-Barruu Jaauaa fili.

Alergi

Manbarruu filatame akkka dheerinaa yookiin akka mana kuusaa Bu'uuraatti aleerguuf qaaqa bana.

Maakroo

Select a macro or script from "user", "share", or an open document. To view the available macros or scripts, double-click an entry.

Ka'iinsa

To run a script, select a script in the list, and then click Run.

Uumi

Creates a new script. The default script editor opens after you enter a name for the script.

Barruu dhaaf maqaa galchi.

Gulaali

Opens the default script editor for your operating system.

Maqaa jijjiii

Opens a dialog where you can change the name of the selected script.

Haqi

Prompts you to delete the selected script.

Qaaqni Filataa Maakroo qawwan tarree lama qabata,sanduuqawwan tarree lama qabata,maqaan isaani s.sanduuqa tarree kuusaa sagantaafi sanduuqamaqaa maakrooti.

Kuusaa sagantaalee

Maakroo yookiin barruu\"fayyadamaa\",\"yagutooma\"yookiin galmee banaa irraa fili. Qabeenfota mana kuusaa mal'isuuf gafata tarree keessaa lama cuqaasi

Maqaa maakroo

Barruu cuqaasi,ittaansuudhaan qabduu ajajaa cuqaasi.