Dirqaalee

Dirqaalee dhangeessuu tarrewwan lakkoofsa ykn rasaasa'ee qindeessa yoo barbaadde, tokkoon tokkoo sadarkaalee tarree sadarkaa keessatti dhanga'ina fayyamuu ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Rasaasaalee fi Taasiisaa Lakkoofsaa fili. Cancala Dirqaloota cancala fuulaa bani


Dhangii

Sadarkaa(lee) fooyyessuu barbaaddu fili, ittaansuudhaan dhangeessuu fayyadamuu barbaaddu ifteessi.

Sadarkaa

Sadarkaa(lee) dirqaalee dhaangessuu hiikuuf barbaadde fili. Sadarkaan filatame duraargii keessatti shoolameera.

Lakk

Haalata lakkoofsa kennuu sadarkaalee filatamanii fili.

Filannoo

Ibsa

1, 2, 3, ...

Lakkoofsa biyya Arabiyaa

A, B, C, ...

Qubee guguguddaa

a, b, c, ...

Qubee xixiqqaa

I, II, III, ...

Lakkoofsoota Roomanota(qubee guguddaa)

i, ii, iii, ...

Lakkoofsoota Roomanota(qubee xixiqqaa)

A,... AA,... AAA,...

Tartiiba lakkaawwii qubee xiixiqqaa

a,... aa,... aaa,...

Qubaayaa lakkoofsa kennuu qubee xiixiqqaa

Rasaasa

Sarara ka'uumsaatti rasaasa ida'a Dirqala kana fili, ittaansuudhaan haalata rasaasaa filuudhaaf qabduu Arfii cuqaasi.

Calaqqeewwan

Rasaasaaf calaqqee agarsiisi. Dirqaalee kana fili, ittaansuudhaan faayila calaqqee fayyadamuu barbaadde kaa`uudhaaf Fili cuqaasi. Calaqqeen galmeetti ida`ameee argama.

Saxaatoo kornyate

Rasaasaaf calaqqee agarsiisi. Dirqaalee kana fili, ittaansuudhaan faayila calaqqee fayyadamuu barbaadde kaa`uudhaaf Fili cuqaasi. Calaqqeen akka geessituu calaqqee faayiliitti saagamee argama.

Homaa

Haalata lakkoofsa kennuu hin fayyadamu.


Jireessi dirreewwan armaan gadii haalata sanduuqa Lakkoofsa kennuu keessaa filtu irratti hundaa'a.

Dura

Fuuldura lakkooofsa tarree keessaatti agarsiisuuf, arfii ykn barruu galchi.

Booda

Duuba lakkoofsa tarree keessatti agarsiisuuf arfii ykn barruu galchi. Tarree lakkaa'ame kan haalata "1.)",fayyadamu uummuu yoo barbaadde ".)" sanduuqa kana keessatti galchi.

...jalqabi

Sadarkaa ammeettif ka'uumsa lakkoofsa haara galchi.

Arfii

Qaaqa Arfoota Addaa bana, bakka mallattoo rasaasaa filuu dandeessuu.

Dirqaalee saxaatoodhaaf:

...fili

Select the graphic, or locate the graphic file that you want to use as a bullet. Saxaatoo fili. ykn faayilii saxaatoo akka rasaasaatti fayyadamuu barbaadde kaa'i.

Yabbina

Saxaatoodhaaf hojjaa galchi.

Hojjaa

Saxaatoodhaaf hojjaa galchi.

Qooda eegi

Wal madaaliinsa hammamtaan saxaatoo kabachiisa/eega/.

Hiriira

Hiriirfama dirqaalee saxaatoodhaaf fili.