Toorii

Haalatoota gara garaa tarree sadarkaa waatti fayyadamuu dandeessuu agarsisa. LibreOffice hanga sadarkaalee toorii sagaliitti sadarkaa tarree keessaa deeggara.

Ajaja kana bira gahuuf...

CancalaDhangii - Rasaasaalee fi Taasiisaa Lakkoofsaa- Toorii fili


Filannoo

Haalata toorii fayyadamuu barbaadde cuqaasi.