Rasaasawwanii fi lakkoofsisuu

Adds numbering or bullets to the current paragraph, and lets you edit format of the numbering or bullets.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Rasaasaalee fi Taasiisaa Lakkoofsaa fili

Kamashaa Dhangeessuurraa,

Icon

Rasaasa Bani/Cufi


Lakkaawwii fi Akkaataalee Lakkaawwii

Keewwatoota Kophaaf rasaasaalee fi Lakkaawwii dhaamsuu

Qaaqni Rasaasawwani fi Lakkoofsa ykn rasaasawwan keewwata ammee irraa ykn keewwatoota filataman irraa haqa.

Rasaasawwan

Haalatoota rasaasa garagaraa fayyadamuu dandeessu agarsiisa.

Sajoo Yaaddannoo

Rasaasaa fi Lakkaawwiin keeyyataa kan gargaaraman Barreessaan, Impireesii fi Fakkaasuu dhaani.


Lakkoofsiisuu

Haalatoota lakkoofsa kennuu adda addaa fayyadamuu danddessu agarsiisa.

Toorii

Haalatoota gara garaa tarree sadarkaa waatti fayyadamuu dandeessuu agarsisa. LibreOffice hanga sadarkaalee toorii sagaliitti sadarkaa tarree keessaa deeggara.

Saxaatoo

Saxaatoo adda addaa akka rasaasaatti tarree rasaasame keessatti fayyadamtu agarsiisa.

Qubannoo

Galumsa addaan fageenyaa fi dirqaalee hiriifamaa lakkoofsa ykn tarree rasaasa'eef qindeessa.

Dirqaalee

Dirqaalee dhangeessuu tarrewwan lakkoofsa ykn rasaasa'ee qindeessa yoo barbaadde, tokkoon tokkoo sadarkaalee tarree sadarkaa keessatti dhanga'ina fayyamuu ni dandeessa.