Jecha xumuuraa

Dirqaalee jechoota wayita barreessitu xumuradhaaf yeroo hunda umuun qindeessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - AutoCorrect - AutoCorrect Options - Word Completion tab.


Jecha xumuraa dandeessiisi

Jechoota yeroo hedduu fayyadaniiti Ofumaan jecha erga qubeewwan sadi kan qubeewwan sadan jalqabaa jecha kuufama walisimu barreessiteen boona xumuura.

Iddoo miiltessi

Yoo sirna tuqaalee jecha boodatti dabaluu dhiifte, LibreOffice iddoo dabala. Iddoo bataluma jecha ittaanuu barreessuu jalqabduu ida'ama.

Akka qacceetti mul'isi

Jecha xumuurame akka Deeggarsa Qacceetti agarsiisa.

Jechoota sasaabi

Jechoota yeroo hunda tarreetti fayyadan ida'a. Jecha tarree jecha xumuraa irraa haquuf, jecha fili, ittaansuudhaan Galfata Haqii cuqaasi.

Yeroo galmee cuftu, jechoota tarree biroo keessatti wallitti qabamanii jiran haqi.

yemmuu dandeessistu, tarreen yoo galmee ammee cuftu ni qulqull`a. Yemmuu dandeessisuu dhiistu, jechi ammee akka galmeewwan birrootii jiraatu taasisa, erga galmee ammee cufteen booda. Tarree hanga LibreOffice keessa baatutti jireessa ta'a.

Fudhatame waliin

Furtuu xumura jecha Ofnaa fudhachuuf fayyadamuu barbaadde fili.

Sajoo Qaxxee

Xumura jecha akka didu gochuuf Dhiisii dhiibi.


Dheerina. jecha xiqqaa

Dheeriina jecha xiqqaa jechi amala xumura jechaaf akka ilaalamu galchi.

Galfata guddaa

Lakkoofsa guddaa jechoota tarree xumura jechaa keessatti kuussuu barbaadde galchi.

Tarree xumura jechaa

Jechoota filataman tarreessa. Tarreenis hanga galmee ammee cuftutti gataa'aadha. Galmeewwan biroo tursa ammee keessatti tarree jirreessa taasisuuf "yeroo cufiinsa galmee tarree booda galmee biroo keessatti fayyadu olkaa'i" fili.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo dirqalli too'ata qubeeffannoo ofumaan danda'e jechoota too'annoo qubeeeffannootiin fudhatama argatan qofatu sassaabame.


Galfata Haqi

Jecha ykn jechoota tarree Xumura Jechaa irraa filataman haqa.

Dialog Buttons

Haaromsi

Resets modified values back to the tab page previous values.

Dhiisi

Closes dialog and discards all changes.

OK

Saves all changes and closes dialog.