Baafata halqara Ofsirreessaa

To access this menu, right-click a misspelled word in your document. To view the misspelled words in your document, choose Tools - Automatic Spell Checking.

<Replacement Suggestions>

Jecha shoolamee bakka buusuuf jecha cuqaasi. Baafata xiqqaa bakka bu'iinsa dhaabbiidhaan Ofsirreessaa fayyadami.

Too'ata qubeeffannoo

Opens the Spellcheck dialog.

Ida'i

Adds the highlighted word to a user-defined dictionary.

Mara tuffadhuu

Ignores all instances of the highlighted word in the current document.

AutoCorrect

Yeroo hunda jecha shoolame bakka busuuf, jecha tarree keessaa cuqaasi. Jechi dachaa bakka bu'iinsa gabatee Meshaalee - OfSirreessaa - Bakka buusii jalaatti kuufamu.

Jechi <name of language> dha

Qindaa'ina aafaanii jecha shoolameef jijjira, yoo jechii galmee hiikaa jeechoota biroo keessatti argaman.

Kewwannii <name of language> dha

Qindaa'ina afaanii keewwata jecha shoolame qabate jijjira, yoo jechi galmee hiikaa jechoota biroo keessatti argama