Hiikaa Chaayinaa

Barruu chaayinaa filatame sirna barreeffama Chaayinaa tokko irrraa gara birootti hiika. Yoo barruun hin filatamne, galmee hundii hiikameera. Deeggarsaa afaan Eeshiyaa Meeshaalee - Dirqaalee - Qindaa'ina Afaaanii - Afaanota keessaa yoo dandeesse ajaja kana qofa fayyadamuu dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Language - Chinese Conversion. Asian language support must be enabled.


Conversion Direction

Select the conversion direction.

Traditional Chinese to simplified Chinese

Arfiilee barruu duudhaa Chaayinaa gara Arfiilee barruu duudhaa Chaayinaatti hiika. Barruu filame hiikuuf TOLE cuqaasi. Yoo barruu homtuu filatame, galmeen hundi filameera.

Simplified Chinese to traditional Chinese

Arfiilee barruu duudhaa Chaayinaa gara Arfiilee barruu duudhaa Chaayinaatti hiika. Barruu filame hiikuuf TOLE cuqaasi. Yoo barruu homtuu filatame, galmeen hundi filameera.

Common Terms

Common terms are words that have the same meaning in traditional and simplified Chinese but are written with different characters.

Translate common terms

Jechoota arfiilee lamaa fi isa ol tarree haala dubbii waliinii keessaa hiika. Erga tarreen kaafamee booda, barruun hafe arfii arfiidhaan hiikameera.

Haala dubbii gulaali

Bakka tarree hiikkaa haalotaa gulaaluu dandeessutti qaaqa Galmee hiikaa jechootaa Gulaaliibana.