Afaan

Baafata xiqqaa bakka ajajawwan afaan murta'aatti filuu dndeessu bana.

Jijjirraa Hanguul/Hanjaa

Converts the selected Korean text from Hangul to Hanja or from Hanja to Hangul. The menu command can only be called if you enable Asian language support under - Language Settings - Languages, and if a text formatted in Korean language is selected.

Hiikaa Chaayinaa

Barruu chaayinaa filatame sirna barreeffama Chaayinaa tokko irrraa gara birootti hiika. Yoo barruun hin filatamne, galmee hundii hiikameera. Deeggarsaa afaan Eeshiyaa Meeshaalee - Dirqaalee - Qindaa'ina Afaaanii - Afaanota keessaa yoo dandeesse ajaja kana qofa fayyadamuu dandeessa.

Waa dhugoomsuu

Jecha ammee moggoo waliin ykn haala dubbii walitti dhufeenya qabuun bakka buusa.

Galmee Jechootaa Karaarraa Dabalataa

Fuula fufaa galmee jechootaa irraa sakatta'I durtii bana.