Too'ata fi qubeeffannoo

Checks the document or the current selection for spelling errors. If a grammar checking extension is installed, the dialog also checks for grammar errors.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Tools - Spelling.

Furtuu F7

Kabala Durtti irraa,

Sajoo

Spelling


Qubeeffannoo fi Caasluga Mirkaaneessuu

Too'ata qubeeffannoo qubannoo qaree ammee irra jalqabee hanga dhuma galmichaa ykn filannotti guddata. Yeroo sana too'ata qubeeffannoo ka'uumsa galmicha irraa fufsiisuu dhaaf filuu ni dandeesa.

Too'atni qubeeffannoo jechoota dogoggoraan barreeffaman ilaaluun galmee fayyadamaatti jecha hin beekamne dabaluuf dirqali si'iif kenna.

Yoo mirkaneessituun caasluga fufaa ijaarame ta'e, qaaqni kun Qubeeffannoo fi Caaslugajedhama. Dogoggorri qubeeffannoo diimaan jala sararama, dogoggorri caaslugaa immoo cuquliisani. Jalqabarratti qaaqni dogoggora qubeeffannoo dhiheessa, itti aansee dogoggora caaslugaa.

Dogoggora qubee mirkaneessii hunda irratti hojjechuuf Caasluga mirkaneessi kakaasi, itti aansee dogoggora caaslugaa hunda irratti.

Galmee jechootaa keessaa miti.

Hima jecha qubee dogoggoraan barreeffame shoolamee waliin agarsiisa. Jecha ykn hima gulaalii ykn yaadawwan sanduuqa barruu gaddii keessaa tokko cuqaasi.

Yaada dhihaate

Lists suggested words to replace the misspelled word. Select the word that you want to use, and then click Correct or Correct All.

Barruu afaanii

Afaan qubee mirkaneessuu akka fayyadu murteessa.

Galfatni afaanii of duraa mallattoo filannoo yoo to'annoon qubee afaan kanaaf kakaasame qaba.

Dirqaalee

Bakka galmee jechoota hiika fayyadama filuu dandeessutti qaaqa bannuun, too'annoo qubeetii seera qindeessa.

Galmee hiikaa jechootaa Gulaali

Jecha hin beekamne galmee jechoota hiika fayyadamaatti ida'a.

Al tokko Tuffadhu

Jecha hin beekamne dhiisuun too'ata qubeeffannoo waliin fufsiisa.

Sajoo Yaaddannoo

Yoo qaaqa Too'aya qubeeffannoo banaa dhiiftu fi gara galmee keetti deebiftu asxaa kana kan qabduu kanaan gara galmee Enyuumaaatti jijjiira. Too'ata qubeeffannoo qubannoo qarree ammeeirraa fufsiisuuf Galmee Eenyumma cuqaasi.


Mara Tuffadhuu

Skips all occurrences of the unknown word until the end of the current LibreOffice session and continues with the spellcheck.

Correct

Jecha hin beekamne yaada dhihaate ammee waliin bakka buusa. Yoo jecha qubee dogoggoraa caala jijjirte, himni hundi bakka bu'a.

Correct All

Dhimoota mara jechoota hin beekamnee yaada ammee dhihaate waliin bakka buusa.

Gaabbi

Click to undo the last change in the current sentence. Click again to undo the previous change in the same sentence.