Tamsa'ina

Wantoota filataman sadi ykn isaa ol walqixaan siiqqee sardaala irra ykn siiqqee tarjaa jalqabaa. Hanga xumuuratti tamsaasa. Dabalataanis addaan fageenya gidduu wantoota qixaan tamsaasuun ni dandeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Fooyyeessi - Tamsa'ina (FakkassaaLibreOffice)Fili

aafata halqara bani - Tamsa'ina (LibreOffice Imprassii)Fili


Wantoonni ala wantoota filannoo keessaatti tamsaaniiru.

Sardalaan

Tamsa'ina dalgataa wantoota filatamaniif ifteessi.

Homaa

Wantoota filataman sadi ykn isaa ol walqixaan siiqqee sardaala irra ykn siiqqee tarjaa jalqabaa. Hanga xumuuratti tamsaasa. Dabalataanis addaan fageenya gidduu wantoota qixaan tamsaasuun ni Wantoota dalgata hin tamsasu.

Bitaa

Wantoota filataman akka qarreewwan bitaa wantootaa qixaan addaan fageeffame tokko irraa gara birootti tamsaasa.

Handhuura

Wantoota filataman akka dalgata handhuura wantootaa tokko irraa gara birootti walqixaan tamsaasa.

Addaan fageessuu

Wantoota filataman dalgata tamsaasa, kunis wantoonni tokko isa biroo irraa walqixaa akka addaan fagaatan taasisa.

Mirga

Wantoota filataman tamsaasa, kunis qarreewwan mirga wantootaa walqixaan tokko kan biroo irraa fagaatu taasisa.

Sarjina

Tamsa'ina olgataa wantoota filatamaniif ifteessi.

Homaa

Wantoota olgataa hin tamsaasiin.

Irra

Wantoota filataman qarreewwan irra wantoota walqixaan tokko kan biroo irraa fagaatan tamsaasa.

Handhuura

Wantoota filataman akka olgatni handhuura wantoota walqixaan tokko kan biroo irraa fagaatan tamsaasa.

Addaan fageessuu

Wantoota filataman akka olgatni handhuura wantoota walqixaan tokko kan biroo irraa addaan fagaatan tamsaasa.

Jala

Wantoota filataman akka qarreewwan jala wantoota walqixaan tokko kan biroo irraa fagaatan tamsaasa.