Ibsa

Define the light source for the selected 3D object.

Ajaja kana bira gahuuf...

Baafata halqara wanta 3D bani, caancala Dhangii - Galteewwan 3D - Ibsa fili


Ibsa

Madda ifaa wantichaaf ifteessi, akkasumas halluu madda ifaa fi ambienti. Maddeen ifa gara garaa haanga saddeetiitti hiikuu ni dandeessa. Hanga maddoota ifaa sadetiitti hiikuu ni dandeessa.

Madda ifaa

Click twice to turn the light source on, and then select a color for the light from the list. If you want, you can also set the color of the surrounding light, by selecting a color from the Ambient light box. You can also press the Spacebar to turn the light source on or off.

Sajoo

Ibsaan ifaadha

Sajoo

Ibsaan dhaame

Filannoo Halluu

Select a color for the current light source.

Halluu qaaqa Hallichaa keessatti fili

LibreOffice lets you define custom colors using a two-dimensional graphic and numerical gradient chart of the Pick a Color dialog.

Sajoo

Press the Color Dialog button in the Illumination tab of the 3D Effects dialog.

Ifa ambiyeentii

Filannoo Halluu

Select a color for the ambient light.

Halluu Qaaqa Halluu keessaan fili

LibreOffice lets you define custom colors using a two-dimensional graphic and numerical gradient chart of the Pick a Color dialog.

Sajoo

Press the Color Dialog button in the Illumination tab of the 3D Effects dialog.

Duraargii

Durraaargii jijjiirama mada ifaa agarsiisa.