Maddoota Deetaa
Kutaan kun odeeffannoo iyyaafataa fi gulaalli kuusdeetaa gabate qabate of keessaa qaba.
Madda deetaa iyyaafata kuusaa deetaa gabatee mul'annoo haalata keessatti baname irraa fayyadamuu hin dandeessu.
Iyyaafata madda deetaa
The commands for the data source browser are found on the Table Data bar and in context menus.
Galmeewwan filuun
Gabatee kuusaa deetaa keessaa galmee filuuf, tarree irranfachaa cuqaasi ykn tarree irrantoo cuqaasi, itti aansuudhaan furtuuwwan xiyya irraa ykn gadee fayyadami.
Gabateewwan armaan gadii tokko tokkoo maalimoota iyyafata madda deetaa keessaa akkamitti akka filatamu ibsa.
Filannoo |
Gocha |
Galmee |
Xiyya irrantoo cuqaasi |
Waraabbi baay'ee ykn filannoo haquu |
Gingilchitoota heddoo filachuuf, Shift-cuqaasi yookaan AjajaCtrl-cuqaasi. |
Tarjaa |
Irrantoo tarjaa cuqaasi |
Dirree deetaa |
Dirree deetaa keessa cuqaasi |
Gutummaa gabatee |
Tarree gubbee tarjaa irrantoo keessa cuqaasi |
Kamshaa deetaa gabatee(deetaa gabatee gulaaluun)
Akka gulaaltu, idaatu ykn galmeewwan gabatee kuusaa deetaa irraa haquuf siif heeyyama.
Deetaa muruu, garagalchuu fi maxxansuu
Mul'inoota Madda Deetaa kessatti galmeewwan kutu, garagalchuu, maxxansuu dandeessa. Maddi deetaa sakkata'ichaa akkasuma harkisaani kaa'uu galmeewwani ni deegara, ykn barruu fi lakkoofsota faayilii LibreOffice keessaati.
Eeyyee/Miti, lamee, suuraa, ykn dirreewwan gabatee lakkaawwii harkisuun hin keessuu.
Harkisii ka'iin Gulaaluu keessatti qofa hojjeta.
Sakkata'a madda deetaa keessaa naanneessuun
Galmeewwan adda addaa gidduu naanneessuf bifa caancala naanneessa kan gadii mul'ina madda deetaa fayyadama.
Galmee jalqaba
Galmee kan duuraani
Lakkoofsa galmee
Galmee itti aanu
Galmee xumura
Galmee haara
Lakkoofsota galmeewwanii
Displays the number of records. For example, "Record 7 of 9(2)" indicates that two records (2) are selected in a table containing 9 records, and that the cursor is in record number 7.
Gabatewwan qiqindeessuun
Ajaja gabatee dhangeessuu argachuuf, xiyyoo tarjaa mirga cuqaasi, ykn xiyyoo tarree mirga cuqaasi.