Bal'ina tarjaa

Bal'ina tarjaa ammee ykn tarjaawwan filataman jijjiira.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Tarjaa - Yabbina fili

Baafata halqaraa bani Iraantoo tarjaa gabtee kuusaa deetaa keessaa bani -Yabbina Tarjaafili


Dabalatanis, hiraa tarjaa irrantoo cinaa harkisuudhaan babal'ina tarjaa qabeentotan jijjiiru dandeesa

Yabbina

Bal'ina tarjaa fayyadamuu barbaaddee galchi.

Bal'ina tarjaa bocquu ammee irratti hundaa'uudhaan ofumaan sirreessa.