Sochii Fakkina Barruu

Galtee sochii fakkinaa gara barruu fakkasaa wanta filatamee keessatti dabala.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - - Text Animation tab


Galteewwan sochii fakkina barruu

Galtee fayyadamuu barbaadde fili, itti aansuudhaan amaloota galtee qindeessi

Galteewwan

Galtee sochii fakkina gara barruu fakkasa wanta filatameetti fayyadamuu barbaadde fili. Galtee sochii fakkinaa haquuf Galtee Mitifili.

Gara Bitaatti

Barruu mirga irraa gara bitaatti marsa.

Sajoo

Xiyya bitaa

Gara bitaatti

Barruu bitaa irraa gara mirgaatti mara.

Sajoo

Xiyya mirgaa

Gara irra keessaatti

Barruu jala irraa gara irraatti mara.

Sajoo

Xiyya irraa

Gara jalaatti

Barruu gubbaa irraa gara jalatti mara.

Sajoo

Xiyya gadii

Amala

Keessaa ka'i

Yeroo galteen fayyadame, barruun kun mul'atu fi fakkasa wantaa keessatti argama.

Yeroo bahitiitti barruun ni mul'ata

Erga gateen fayyadameen booda, barruun mul'ateeti tura.

Galteewwan sochii fakkina barruuti

Dirqalaalee marfame galtee sochii fakkinaaf qindeessi.

Fufaa

Galtee sochii fakkinaa fufamaan taphachiisa. Lakkoofsa sa'aatiiwwanii galtee taphachisuuf, sanduuqa filannoo kana haquu fi lakkoofsa sanduuqa Fufamaa keessatti galchi.

Sanduuqa Fufamaa

Lakkoofsa sa'aatiiwwan galtee sochii fakkinaa irra deebi'uuf barbaaddee galchi

Dabaltaa

Gatii dabalataa barruu maraadhaaf ifteessi.

Pikseeliiwwan

Gatii dabalataa pikseeliiwwan keessaa safara .

Sanduuqa Dabalataa

Lakkoofsa dabalataawwaanii kan barruu marsuu galchi.

Turiinsa

Galtee irra deebi'uun dura tuursiisuuf hanga sa'aatii murteessi.

Ofumaan

LibreOffice'n ofuuman hanga sa'aatii galtee irra deebiin dura tursiisuuf adda baasa. Yeroo turtii hujeekaan ramaduuf saduuqa fillannoo kana haqi. Itti aansuudhaan gatii sanduuqaa Ofumaankeessatti galchi.

Sanduuqa Ofnaa

Irra deebi'uu galtee duraa tursiisuuf, hanga sa'aatii galchitee irra deebiin duraa tursiisuuf galchi.