Gurmuu Galchi

Gurmuu filatamee akka tokkoon tokkoo wantoota gulaaluu dandeessutti bana. Yoo gurmuun filatame gurmuu man'aaye qabate, ajaja kana gareewwan xixiqqoo irratti irra debi'uu ni dandeessa. Ajajni kunis dhaabbiidhaan wantoota gurmaa'inaan ala taasisuu hindanda'u.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Tuutee - Tuutee galchi (barruu galmeelee, wardiilee)

Fooyyeessi - Tuutee Galchi(Galmeelee fakkasaa)fili

Baafata halqaraa bani - Tuutee Galchifili

Sajoo

Tuutee Galchi


Sajoo Qaxxee

Tokkoon tokkoo wantoota gurmuu keessaa filuudhaaf, to'annoo qaqqabbi, itti aansuudhaan wanticha cuqaasi.