Hingurmoofne

Gurmuu filatame tokko tokkoo wantootaa keessatti addaan hira.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Tuutee - Garbaasi (barruu galmeelee, wardiilee)

Fooyyeessi - Garbaasi (Galmeelee fakkasaa)fili

Baafata halqaraa bani Grbaasi fili

Sajoo

Garbaasi


Gurmuuwwan man'ee gurmuu waliin adda hiruuf ajaja kan tokko tokkoo gurmuu xixiqqaa irratti irra deebi'uu qabda.