Gurmuu

Wanta filatame akka isaan wanta baqqeetti sochoosu danda'u gurmeessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Tuutee - Tuutee(Galmeelee barruu, Wardilee)fili

Fooyyeessi - Tuutee (Glameelee fakkasaa)fili

Baafata halaqaraa bani - Tuutee - Tuutee (unka wantoota)fili

Sajoo

Tuutee


Amalootni tokko tokkoo wantoota ijaramaniiru erga wantootni gurmaa'aniin booda. Gurmuuwwan man'eessuu ni dandeessa, kunis garee garee waliin qabaachuu dandeessa.