LibreOffice 6.1 Help
wantoota filamaniif dirqalaalee korkoddeessuu qindeessa.
Wantichi filatame yoo goodayyaa keessa ta'e, dabalatan wanticha gara goodayyaatti korkodduu ni dandeessa.
Ajaja kana bira gahuuf...
Dhangii - Korkoddiifili
Kabala Unka Saxaxaa bani,
cuqaasi
Korkoddii Jijjiiri
Dirqaalee korkoddii gidduutti jijjiirruuf si dandeessisa.
Fuula ammeetti wanta filatamee korkoddeessa.
Wanta filatamee gara man'eetti korkoddeessa. Sajoon korkoddii gubbaa xiyyoo harka bitaa man'ee keessatti agarsiifama.
Kewwata ammeetti wanta filatamee korkoddeessa.
Wanta filatame gara arfitti korkoddeessa. Ajajni kunis wantoota saxaatoo ta'aniif qofa jirata.
Wanta filatame akka arfii barruu ammee keessatti korkoddeessa. Yoo hojjaan wanta filatamee kan hammamtaa bocquu caalaa guddate, sararrii hojjaa wanta qabate guddateera.
Wanta filamee gara nannoo goodayyaatti korkoddeessa.