Fulduratti Fidi

Wanticha filatame duuraa duubaa kallatti irraa sochoosam, kunis fuldura wantota.birootti.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Qindeessi- Gara Fuulduratti fidi (Barreessaa LibreOffice, Calc LibreOffice)fili

Fooyyeessi - Qindeessi- Gara Fuulduratti fidi (Fakkassaa LibreOffice)fili

Shift+malattoo +plus (Imprassii LibreOffice,Fakkassaa LibreOffice)

Baafata halqara bani - Qindeessi - Gara Fuulduratti fidi (Imprassii LibreOffice ) fili

Sajoo

Gara Fuulduratti fidi