Qindeessi

Duuraa duuba tartiiba wanta(toota)filatamanii jijjiira.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Qindeessi (Barreessaa LibreOffice, Calc LibreOffice) fili

Baafata halqara bani - Qindeessi (Imprassii LibreOffice, Fakkassaa LibreOffice) fili

Fooyyeessi - Qindeessi (Fakkassaa LibreOffice) fili

Sajoo

Qindeessi


Baqqaana barruu fi saxaatoodhaaf

Tokko tokko wanta galmee kee keessa keesse wanta dursaa irratti walitti aanuun tarreeffameera. Duuraa duuba tartiiba wantichaa galmee kee keessaa jijjiiruuf ajajawwan qindeessuu fayyadami. Duuraa duuba barruu jijjiiruu hin dandeessu.

Fulduratti Fidi

Wanticha filatame duuraa duubaa kallatti irraa sochoosam, kunis fuldura wantota.birootti.

Duratti Dabarsi

Wanticha filatame sadarkaa tokkoo olkaasu sochoosa, kunis duuraa duubni tartiibaa gubbaatti dhiyaata.

Duubatti Ergi

Wanticha filatame sadarkaa tokkoo gadii busuun sochoosa, kunis duuraa duubni tartiibaa gaditti dhiyaata.

Gara Duubatti Ergi

Wanticha filatame gara duuraa duubaa tarreeffama gaditti siksa, kunis wantoota biraa duuba jira.

Gara Fulduratti

Wanticha filatame gara fuldura barruuti siksa.

Gara Durduubbeetti

Wanta filamee kan gara barruu biratti siksa.