Duufaa fi sarxee Xiyyoo

Wanticha filatamee duuffisa, ykn xiyyoowwan wanta reektangulaawaa naanneessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Choose Format - Position and Size - Slant & Corner Radius tab


Sarxee Xiyyoo

Xiyyoowwan wanta reektangulaawaa qofa nanneessuu dandeessa.

Sarxee

Sarxee geengoo xiyyoowwan naanneessuuf fayyadamatu galchi.

Duufuu

Wanta filatamee siiqqeen walqabatee ifteessuu barbaadduu duuffisa.

Kofa

Kofa siiqqee duufuu galchi.