Marsaa

Wanta filamee nanneessa.

Ajaja kana bira gahuuf...

Dhangii - Qabannoo fi Hamamtaa - Marsaa caancalaa filadhu.

Sajoo

Marsuu


Qabxii qinxaa

Wanta filatamee maddii qabxii qiinxaa ifteessituutti nanna'eera.Durtii qabxii qinxaa handhuura wantichaati.

Sajoo Yaaddannoo

Qabxii qinxaa dangaalee wantootaan alatti baay'ee fagachuun yoo qindeessitu, wantichi fuulatti naanna'uu dhiisuu danda'a.


X Qubannoo

Fakkeenya surdaala qarree bitaa fuulaa irraa gara qabxii qinxaatti.

Y Qubannoo

Fageenya sarjaa qarree gubbaa fuula irraa gara qabxii qinxaattigalchi.

Durtiiwwan

Bakka qabxii qiinxaatti galchi.

Kofa marsaa

Lakkoofsa digirii wanta filatamee naanneessuu barbaaddee ifteessi, ykn tarsaa nannaawaa keessa cuqaasi.

Kofa

Lakkoofsqa digirii wanta filatamee naanneessuu barbaaddee galchi.

Durtiiwwan

kofa naannaawaa baay'ifamaa digirii 45 keessa ifteessuuf cuqaasi.