Iftooma

Dirqalaalee iftoomaa guutuu wanticha filatameetti fayyadamtu qindeessi.

Ajaja kana bira gahuuf...

Cancala(Galmeelee Fakkassaa)Dhangii - Bal'ina - Iftoominafili

Cancala(Galmeelee Dhiheessa)Dhangii - Bal'ina - Iftoominafili

Cancala(Galmeelee Taattoo)Dhangii - Dhaaba Taattoo - Iftoominafili

Cancala(Galmeelee Taattoo)Dhangii - Bal'ina Taatoo - Iftoominafili

Cancala(Galmeelee Taattoo)Dhangii - Afala Taaattoo - Iftoominafili

Cancala(Galmeelee Taattoo)Dhangii - Matadure - Matadurewwan mara - Iftoominafili

Cancala Iftoomina(Galmeelee taatoo) Dhangii - Mata duree - Mataduree Ijoo - Iftoominafili

Cancala(Galmeelee taatoo) Dhagii -Mataduree - Mataduree Xiqqaa - Iftoominafili

Cancala Iftoomina(Galmeelee taatoo) Dhangii - Mata duree - Mata duree (Siiqqee X)- Iftoominafili

Cancala Iftoomina(Galmeelee taatoo) Dhangii - Mata duree - Mata duree (Siiqqee Y)- Iftoominafili

Cancala Iftoomina(Galmeelee taatoo) Dhangii - Mata duree - Mata duree (Siiqqee Z)- Iftoominafili

Cancala(Galmeelee taatoo) Dhangii - Amaloota Wantaa - Qaphxii Deetaa - Iftoominafili

Cancala(Galmeelee taatoo) Dhangii - Amaloota Wantaa - Deetaa walfannee - Iftoominafili


Haalata iftooma

Akaakuu iftooma fayyadamuu barbaadde ifteessi.

Iftooma miti

Halluu iftoomsaa dhaamsa. kunis qindaa'ina durtiiti.

Iftooma

Halluu iftoomaa ibsa dirqaala kana fili, itti aansuudhaan bakka %0'n guutummaa gututti hittisoo ifaaf %100 guututti dabarsoo ifaatti lakkoofsa sanduuqa keessatti galchi.

Qabdoo qanxii iftooma

Iftooma halluu guutuu ammee sirressa lakkoofsa %0 (hittisoo ifaa) fi%100 (dabarsoo ifaa) galchi.

Gargaartoo

Gargaartoo iftoomaa halluu guutuu ammeetti fayyadama.Dirqaala kana fili, itti aansuudhaan amaloota gargaartoo qindeessi.

Akaakuu

akaakuu gargaartoo iftomaa fayyadamuu barbaadde fili.

Handhuura X

Surdala iddoodaa gargaartoodhaaf galchi.

Handhuura Y

Sarjaa iddoodaa gargaartoodhaaf galchi.

Kofa

Kofa marsaa gargaartoodhaaf galchi.

Handaara

Hanga iftooma bal'ina gargaartoo sirreessuu barbaaddee galchi. Gatiin durtii %0 dha.

Gatii jalqabaa

Gatii iftooma ka'uumsa gargaartoo, bakka %0 gutummaa gutuutti hittisoo ifaa fi %100 gutummaa gututti dabarsoo ifaa galchi.

Gatii dhumaa

Gatii iftooma dhumaa gargaartoo, bakka %0 gutummaa gutuutti hittisoo ifaa fi %100 gutummaa gututti dabarsoo ifaa galchi..

Duraargii

Galtee iftoomaa guutuu halluu wanta filatameetti fayyadamuun dura jijjiiramoota kee mul'isuuf duraargii fayyadami.